Caamsaa 25-31
UUMAMA 42-43
Faarfannaa 120 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 1)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Yoseef Akka Of Toʼatu Argisiiseera”: (Daq. 10)
Uma 42:5-7—Yoseef yommuu obboloota isaa argu of tasgabbeesseera (w15 7/1 13 key. 5-6; 14 key. 1)
Uma 42:14-17—Yoseef obboloota isaa qore (w15 7/1 14 key. 2)
Uma 42:21, 22—Obboloonni Yoseef yaada geddarachuu isaanii argisiisaniiru (it-2-E 108 key. 4)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)
Uma 42:22, 37—Ruuben amaloota gaggaarii akkamii akka qabu argisiiseera? (it-2-E 795)
Uma 43:32—Warri Gibxii, Ibrootaa wajjin nyaata nyaachu akka waan jibbisiisaa taʼeetti ilaalaa kan turan maaliifi? (w04-AM 1/15 29 key. 1)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa waaʼee Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Uma 42:1-20 (th qoʼannaa 2)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Deddeebii Gaaffii Lammaffaa—Viidiyoo: (Daq. 5) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyicha erga taphachiistee booda gaaffiiwwan armaan gadii dhaggeeffattoota gaafadhu: Obboleessi kun caqasicha akka gaariitti kan beeksise akkamitti? Kitaaba Maal Nu Barsiisa jedhamu kan beeksise hoo akkamitti? Maaliif?
Deddeebii Gaaffii Lammaffaa: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami. (th qoʼannaa 15)
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 5 ykn isaa gad) lv 34 key. 18 (th qoʼannaa 8)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
“Odeeffannoo Guutuu Taʼe Argachuuf Carraaqaa”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Dubbisa Kitaaba Qulqulluu Keessan Fooyyessaa—Gabaabfamee kan Fudhatame jedhamu taphachiisi. Dhaggeeffattoonni guutummaa haasichaa akka ilaalan jajjabeessi.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) jy boq. 99
Yaada Xumuraa (Daq. 3 ykn isaa gad)
Faarfannaa 85 fi Kadhannaa