LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb20 Waxabajjii ful. 4
  • Waxabajjii 15-21

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Waxabajjii 15-21
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
mwb20 Waxabajjii ful. 4

Waxabajjii 15-21

UUMAMA 48-50

  • Faarfannaa 30 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 1)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Maanguddoonni Wantoota Gaggaarii Dubbatan Hedduu Qabu”: (Daq. 10)

    • Uma 48:21, 22—Yaaqoob sabni Yihowaa yeroo booda biyya Kanaʼaan akka jiraatan amantii qabu ibseera (it-1-E 1246 key. 8)

    • Uma 49:1—Yaaqoob amantii cimaa akka qabu raajii duʼuu isaa yeroo muraasa dura dubbate irraa hubachuu dandeenya (it-2-E 206 key. 1)

    • Uma 50:24, 25—Yoseef wanti Yihowaan waadaa gale hundi raawwatamuu isaa irratti amantii cimaa qabu ibseera (w07 6/1 28-29 key. 10)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)

    • Uma 49:19—Raajiin Yaaqoob Gaadiin ilaalchisee dubbate raawwii isaa kan argate akkamitti? (w04-AM 6/1 15 key. 4-5)

    • Uma 49:27—Raajiin Yaaqoob Beniyaamin ilaalchisee dubbate raawwii isaa kan argate akkamitti? (ia 164, saanduqa)

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa waaʼee Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Uma 49:8-26 (th qoʼannaa 5)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Deddeebii Gaaffii—Viidiyoo: (Daq. 5) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyicha erga taphachiistee booda gaaffiiwwan armaan gadii dhaggeeffattoota gaafadhu: Babalʼistoonni kun waliin kan hojjetan akkamitti? Wanti namootaaf lallabnu wanta akka gaariitti itti amannu taʼuu akka qabu ilaalchisee babalʼistoota kana irraa barumsa akkamii argachuu dandeenya?

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Mormii naannoo keessanitti baramaa taʼe tokkoof deebii kenni. (th qoʼannaa 6)

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 5 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Achiis kitaaba Maal Nu Barsiisa jedhamu kenniitii, boqonnaa 9 irratti hundaaʼuudhaan qoʼannaa jalqabsiisi. (th qoʼannaa 16)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 138

  • “Kiristiyaanota Muuxannoo Qaban Irraa Maal Barachuu Dandeenya?”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Yeroo Dhorkaa Jala Jirrutti Illee Tokkummaa Keenya Eeguu jedhamu taphachiisi.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) jy boq. 102

  • Yaada Xumuraa (Daq. 3 ykn isaa gad)

  • Faarfannaa 15 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi