Adoolessa 27–Hagayya 2
BA’UU 12
Faarfannaa 20 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 1)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Ayyaanni Faasikaa Kiristiyaanotaaf Hiika Akkamii Qaba?”: (Daq. 10)
Bau 12:5-7—Hiika hoolaan Faasikaa qabu (w07 1/1 22 key. 4)
Bau 12:12, 13—Hiika dhiiga maqaanii irratti dibuun qabu (it-2-E 583 key. 6)
Bau 12:24-27—Barumsa ayyaana Faasikaa irraa argannu (w13 12/15 20 key. 13-14)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)
Bau 12:12—Dhaʼichawwan warra Gibxii irra gaʼan, keessumaa immoo dhaʼichi kurnaffaan murtii waaqolii sobaa isaanii irratti dabarfame dha kan jennu maaliifi? (it-2-E 582 key. 2)
Bau 12:14-16—Wanti walgaʼiiwwan addaa kan akka Ayyaana Maxinoo jiran adda godhu maali dha? Israaʼeloota fayyadaa kan turee hoo akkamitti? (it-1-E 504 key. 1)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Bau 12:1-20 (th qoʼannaa 5)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Mormii naannoo keessanitti baramaa taʼe tokkoof deebii kenni. (th qoʼannaa 2)
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Achiis barruu dhimma irratti mariʼattan wajjin deemuu fi dhiheenyatti baʼe kenni. (th qoʼannaa 6)
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 5 ykn isaa gad) bhs 16 key. 21-22 (th qoʼannaa 19)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
“Yihowaan Saba Isaatiif Eegumsa ni Godha”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Daawwannaa Godambaa Waarwiik: “Saba Maqaa Yihowaatiif Taʼu” jedhamu taphachiisi.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) jy boq. 108
Yaada Xumuraa (Daq. 3 ykn isaa gad)
Faarfannaa 107 fi Kadhannaa