LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb20 Adoolessa ful. 6
  • Faasikaan Kiristiyaanotaaf Hiika Akkamii Qaba?

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Faasikaan Kiristiyaanotaaf Hiika Akkamii Qaba?
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Faasikaan Maali Dha?
    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu
  • ‘Kun Yaadannoodhaaf Isiniif Haata’u’
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2013
  • Tokkummaa fi Garaagarummaa Ayyaana Faasikaa fi Ayyaana Yaadannoo
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
  • ‘Jabaadhaa Dhaabadhaatii Gocha Waaqayyo Isin Fayyisuudhaaf Raawwatu Ilaalaa!’
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
mwb20 Adoolessa ful. 6
Maatiin Israaʼel tokko Gibxiidhaa baʼuu isaanii dura dhaabbatanii nyaata Faasikaa nyaachaa jiru.

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | BA’UU 12

Ayyaanni Faasikaa Kiristiyaanotaaf Hiika Akkamii Qaba?

12:5-7, 12, 13, 24-27

Israaʼeloonni dhaʼichi inni kurnaffaan akka isaan irra hin geenyeef, qajeelfama isaaniif kennameef ajajamuu qabu turan. (Bau 12:28) Niisaan 14 galgala, maatiiwwan mana isaanii keessatti walitti qabamu turan. Xobbaallaa hoolaa ykn xobbaallaa reʼee kormaa waggaa tokkoo qalu turan; innis mudaa kan hin qabne taʼuu qaba. Dhiiga isaa maqaanii fi gubanii irratti facaasuu qabu turan. Achiis guutummaa hoolaa ykn reʼee sanaa waadanii, saffisaan nyaatu turan. Hanga ganamaatti namni tokko iyyuu manaa baʼuu hin dandaʼu ture.—Bau 12:9-11, 22.

Yeroo harʼaatti, ajajamuun keessumaa karaawwan kamiin eegumsa nuuf godha?

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi