LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb20 Sadaasa ful. 6
  • Sadaasa 30–Muddee 6

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sadaasa 30–Muddee 6
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
mwb20 Sadaasa ful. 6

Sadaasa 30–Muddee 6

LEWWOOTA 8-9

  • Faarfannaa 16 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 1)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Ragaa Eebba Yihowaa Mirkaneessu”: (Daq. 10)

    • Lew 8:6-9, 12—Museen sirna lubummaa hundeesse (it-1-E 1207)

    • Lew 9:1-5—Yeroo luboonni aarsaa horii isa jalqabaa dhiheessanitti sabichi bakka sanatti argamee ture (it-1-E 1208 key. 8)

    • Lew 9:23, 24—Yihowaan sirna lubummaa hundeeffametti akka gammade argisiise (w19.11 23 key. 13)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)

    • Lew 8:6—Luboonni Israaʼel qaamni isaanii qulqulluu akka taʼu irraa barbaadamuun isaa maal nu barsiisa? (w14 11/15 9 key. 6)

    • Lew 8:14-17—Yeroo sirni lubummaa hundeeffametti aarsaa kan dhiheesse Aaron odoo hin taʼin Musee kan ture maaliifi? (it-2-E 437 key. 3)

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Lew 8:31–9:7 (th qoʼannaa 5)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Achiis yaada Masaraa Eegumsaa Lakk. 2 2020, irra jiru tokko itti argisiisiitii barreeffamicha kenniif. (th qoʼannaa 6)

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Achiis nama haasofsiistu sana weebsaayitii keenya akka fayyadamu affeeriitii, kaardii teessoo jw.org kenniif. (th qoʼannaa 4)

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 5 ykn isaa gad) bhs 84 key. 6-7 (th qoʼannaa 11)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 58

  • “Dandeettii Tajaajila Irratti Qabnu Fooyyeffachuu—Bilbilaan Dhugaa Baʼuu”: (Daq. 15) Ilaaltuu ol aanaa tajaajilaatiin mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyicha taphachiisiitii irratti mariʼadhaa.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30 ykn isaa gad) rr boq. 1 key.8-14, saanduqa 1A

  • Yaada Xumuraa (Daq. 3 ykn isaa gad)

  • Faarfannaa 40 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi