LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb20 Sadaasa ful. 6
  • Ragaa Eebba Yihowaa Mirkaneessu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Ragaa Eebba Yihowaa Mirkaneessu
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • ‘Lafa Hoolichi Dhaqu Hundumaatti Isa Duukaa Bu’u’
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2009
  • ‘Hojjetaan Amanamaaniifi Ogeessi Isa Kami?’
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2013
  • Hojjetaa Amanamaafi Ogeessi Eenyudha?
    Yeroo Harʼaa Fedha Yihowaa Raawwachaa Kan Jiran Eenyufaʼi?
  • “Warra Isin Gidduutti Dura Buutota Taʼan . . . Yaadadhaa”
    Fedha Yihowaa Raawwachuuf Gurmaaʼuu
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
mwb20 Sadaasa ful. 6

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | LEWWOOTA 8-9

Ragaa Eebba Yihowaa Mirkaneessu

8:6-9, 12; 9:1-5, 23, 24

Yihowaan aarsaa gubamu isa jalqabaa, yeroo sirni lubummaa Aaron hundeeffametti dhihaate ibiddi akka nyaatu godheera. Kun taʼuun isaa, Yihowaan qophii sana akka deggeree fi akka itti gammade kan argisiisu ture. Kana gochuudhaan Yihowaan, Israaʼelota qophii kana guutummaatti deggeruuf achitti walitti qabamanii turan jajjabeesseera. Yeroo harʼaatti Yihowaan, Yesuus Kiristoos isa ulfina gonfate akka Luba Ol Aanaa guddaatti itti fayyadamaa jira. (Ibr 9:11, 12) Bara 1919⁠tti, Yesuus garee dibamtootaa xinnoo taʼe tokko ‘garbicha amanamaa fi ogeessa’ godhee muude. (Mat 24:45) Yihowaan garbicha amanamaa kana akka eebbisu, akka deggeruu fi akka itti gammadu ragaan argisiisu maali dha?

  • Ariʼatamni wal irraa hin cinne utuma jiruu, garbichi amanamaan nyaata hafuuraa dhiheessuu isaa ittuma fufeera

  • Akkuma raajiidhaan dubbatame, misiraachichi “guutummaa lafaa irratti” lallabamaa jira.—Mat 24:14

Garbicha amanamaa fi ogeessa guutummaatti deggeruu kan dandeenyu akkamitti?

Fakkiiwwan garaa garaa: 1. Yesuus Kiristoos inni ulfina gonfate lafa bulchaa jira. 2. Garbichi amanamaa fi ogeessi nyaata barbaachisu dhiheessuuf walitti qabamee jira. 3. Obboleessi tokko nama tokkotti misiraachicha himaa jira.
    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi