LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb21 Amajjii ful. 10
  • Eebba Yihowaa Argachuun kan Dandaʼamu Akkamitti?

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Eebba Yihowaa Argachuun kan Dandaʼamu Akkamitti?
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Yihowaan Saba Isaa Adda ni Baasa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Wanta Qabnutti Gammaduu fi Gad Of Qabuu kan Qabnu Maaliifi?
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • Ayyaanonni Yeroo Murtaaʼetti Kabajaman Nuuf Hiika Akkamii Qabu?
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Waggaa Iyyobeeliyyuu fi Bilisummaa Gara Fuulduraatti Argamu
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
mwb21 Amajjii ful. 10

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Eebba Yihowaa Argachuun kan Dandaʼamu Akkamitti?

Waaqolii gatii hin qabne irraa fagaadhaa (Lew 26:1; w08 4/15 4 key. 8)

Karaa inni barbaaduun Yihowaa waaqeffadhaa (Lew 26:2; it-1-E 223 key. 3)

Ajajawwan isaa eegaa (Lew 26:3, 12; w91-E 3/1 17 key. 10)

Israaʼelonni amanamummaadhaan seerawwan Yihowaa eeguuf yaalan, isaa wajjin nagaa qabaachuu fi eebbawwan kan biroo hedduu argachuu dandaʼaniiru.

Hiriyoonni gaaʼelaa tokko tajaajila addabaabayii irratti gammachuudhaan hirmaachaa jiru; namoonni naannoo isaanii jiran garuu miʼoota bitachaa fi konkolaataa gatii guddaa qabu oofaa jiru.

Eebba Yihowaatiin kan kaʼe haalawwan armaan gadii keessaa ati amma dhandhamachaa kan jirtu isa kami?

  • Beekumsa Kitaaba Qulqulluu sirrii taʼe

  • Sammuu nagaa qabu

  • Jireenya maatii gammachiisaa taʼe

  • Abdii yeroo gara fuulduraa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi