LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb21 Amajjii ful. 8
  • Waggaa Iyyobeeliyyuu fi Bilisummaa Gara Fuulduraatti Argamu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Waggaa Iyyobeeliyyuu fi Bilisummaa Gara Fuulduraatti Argamu
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Yihowaan Bilisummaa Isiniif Kenna
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2019
  • Yihowaan Saba Isaa Adda ni Baasa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Mala Gaarii Yihowaan Laficha Itti Hihhire
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Eebba Yihowaa Argachuun kan Dandaʼamu Akkamitti?
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
mwb21 Amajjii ful. 8

Yeroo Iyyobeeliyyuutti Israaʼelonni garboota turan gara maatii fi lafa isaanitti deebiʼaa jiru

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Waggaa Iyyobeeliyyuu fi Bilisummaa Gara Fuulduraatti Argamu

Waggaan Iyyobeeliyyuu Israaʼelonni jireenya isaanii guutuu idaa baayʼeen akka irra hin jiraannee fi hiyyeeyyii akka hin taane godheera (Lew 25:10; it-1-E 871; fakkii qola isaa irra jiru ilaali)

Gatiin lafaa oomisha lafichi argamsiisu irratti kan hundaaʼe dha (Lew 25:15; it-1-E 1200 key. 2)

Yihowaan sabni isaa seera inni waggaa Iyyobeeliyyuutiif kenneef yeroo ajajaman isaan eebbisa ture (Lew 25:18-22; it-2-E 122-123)

Yeroo dhihootti, namoonni amanamoon cubbuu fi duʼa irraa guutummaatti bilisa baʼuudhaan, qophii Iyyobeeliyyuun fakkeenya taʼeef irraa faayidaa guutuu argatu.—Rom 8:21.

Fakkiiwwan garaa garaa: Namoonni lafa gara jannataatti jijjiiraa jiru. 1. Wantoota hin barbaadamne balleessaa jiru. 2. Manneenii fi daandii irra deeman hojjechaa jiru. 3. Lafa misoomsaa jiru.

Tokkoon tokkoon keenya bilisummaa Yihowaan waadaa gale argachuuf maal gochuu qabna?

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi