LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb22 Amajjii ful. 8
  • Amajjii 31–Guraandhala 6

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Amajjii 31–Guraandhala 6
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
mwb22 Amajjii ful. 8

Amajjii 31–Guraandhala 6

RUUT 3-4

  • Faarfannaa 39 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 1)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Maqaa Gaarii Qabaadhaa, Akkasumas Eeggadhaa Itti Fufaa”: (Daq. 10)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)

    • Rut 4:6—Namni tokko fira isaa rakkate furuun isaa dhaala isaa isa “dhabsiisuu” kan dandaʼu akkamitti? (w05-AM 3/1 29 key. 3)

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) Rut 4:7-22 (th qoʼannaa 5)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • “Gammachuu Tajaajila Irratti Argattan Guddifadhaa—Barattoonni Keessan Walgaʼii Irratti Akka Argaman Gargaaraa”: (Daq. 10) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Barattoonni Keessan Walgaʼii Irratti Akka Argaman Gargaaraa jedhamu taphachiisi.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 5) lffi barumsa 03 qabxii 4 (th qoʼannaa 8)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 24

  • Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa: (Daq. 15)

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) rr boq. 19 key. 16-21 fi saanduqa 19B

  • Yaada Xumuraa (Daq. 3)

  • Faarfannaa 144 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi