LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb22 Adoolessa ful. 9
  • Hojii Ijaarsaa Irratti Gargaarsa Godhaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Hojii Ijaarsaa Irratti Gargaarsa Godhaa
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Yeroo fi Humna Kee Gumaacha Gochuu Dandeessaa?
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
  • Fedhiidhaan Of Dhiheessuun Eebba Argamsiisa
    Tajaajila Mootummaa—2006
  • Guyyaa Hundumaa Yihowaa Wajjin Hojjedhaa
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2018
  • Karaawwan Tajaajila Kee Itti Balʼifattu
    Fedha Yihowaa Raawwachuuf Gurmaaʼuu
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
mwb22 Adoolessa ful. 9

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU | WAGGAA TAJAAJILAA ISA HAARAATTI GALMA BAAFADHAA

Hojii Ijaarsaa Irratti Gargaarsa Godhaa

Gamoowwan waaqeffannaa Yihowaatiif oolan ijaaruu irratti gargaarsaa gochuun tajaajila qulqulluu keessaa tokko dha. (Bau 36:1) Foormii Hojii Diizaayinii fi Ijaarsaa Naannoo Irratti Fedhiidhaan Hirmaachuuf Guutamu (DC-50) jedhamu guutuudhaan piroojektii ijaarsaa sitti dhihoo jiru yeroo yerootti gargaaruu ni dandeessaa? Yookiin Foormii Tajaajila Fedhaa (A-19) jedhamu guutuudhaan piroojektii ijaarsaa bakka ati jiraattu irraa fagoo jiru torban hedduuf gargaaruu ni dandeessaa? Piroojektii tokko irratti gargaarsa gochuuf muuxannoo hojii ijaarsaa qabaachuun dirqama si hin barbaachisu.—Nah 2:1, 4, 5.

VIIDIYOO BALBALA HOJII AMANTIIDHAAN HOJJETAMUUTTI SEENAA—HOJII IJAARSAA IRRATTI GARGAARSA GODHAA JEDHAMU ERGA ILAALTANII BOODA, GAAFFIIWWAN ARMAAN GADII DEEBISUUF YAALAA:

  • Suuraa viidiyoo “Balbala Hojii Amantiidhaan Hojjetamuutti Seenaa—Hojii Ijaarsaa Irratti Gargaarsa Godha” jedhamu irraa fudhatame. Saaraan bakka ijaarsaatti baarmeexaa ijaarsaa godhatteetti, akkasumas seeqaa jirti.

    Saaraan yaaddoo akkamii qabdi turte? Yaaddoo ishii kana mo’uuf maaltu ishii gargaare?

Gamoo waaqeffannaa Yihowaadhaaf oolu ijaaruu irratti gargaarsa gochuuf galma qabda yoo ta’e, akkamitti foormii isaa guutuu akka dandeessu jaarsolii gaafadhu.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi