LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb24 Amajjii ful. 10
  • Guraandhala 5-11

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Guraandhala 5-11
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2024
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2024
mwb24 Amajjii ful. 10

GURAANDHALA 5-11

FAARFANNAA 1-4

Faarfannaa 150 fi Kadhannaa | Yaada Seensaa (Daq. 1)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

1. Mootummaa Waaqayyoo Cina Dhaabadhu

(Daq. 10)

[VIIDIYOO Beeksisa Kitaaba Faarfannaa jedhamu taphachiisi.]

Mootummoonni namootaa diina Mootummaa Waaqayyoo of godhaniiru (Fr 2:2; w21.09 15 key. 8)

Yihowaan namoonni hundi Mootummaa isaa akka deggeran ykn akka hin deggerre akka argisiisaniif yeroo muraasa isaaniif kenneera (Fr 2:10-12)

Fakkiiwwan: 1. Namoonni baayʼee aaran dhaadannoo qabatanii mormaa jiru. 2. Namichi alaabaa qabate tokko dorgommii Ispoortii tokko irratti gammadee jira. 3. Barataan tokko faaruu biyyaa faarfataa jira. 4. Loltuu qawwee qabate. 5. Kaadhimamtoota siyaasaa wal falmaa jiran lama. 6. Dubartiin takka korojoo filannoo keessa waraqaa filannoo galchaa jirti.

AKKANA JEDHII OF GAAFADHU: ‘Rakkina kan narraan geessisu yoo taʼellee, dhimmoota siyaasaa addunyaa kanaa kamirraayyuu walaba taʼee jiraachuuf murteesseeraa?’—w16.04 29 key. 11.

2. Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu

(Daq. 10)

  • Fr 1:4—Hamoonni akka “habaqii bubbeen fudhatee deemuu” kan taʼan akkamitti? (it-1-E 425)

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa warra kaaniif hiruu barbaaddu akkamii argatte?

3. Dubbisa Kitaaba Qulqulluu

(Daq. 4) Fr 3:1–4:8 (th qoʼannaa 12)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

4. Mariin Keessan Ofuma Isaatiin Akka Itti Fufu Godhi—Filiphoos Maal Godhe?

(Daq. 7) Mareedhaan kan dhihaatu. VIIDIYICHA taphachiisi, achiis, lmd barumsa 2 qabxii 1-2 irratti mariʼadhaa.

5. Mariin Keessan Ofuma Isaatiin Akka Itti Fufu Godhi—Fakkeenya Filiphoos hordofi

(Daq. 8) lmd barumsa 2 qabxii 3-5 fi “Caqasoota Kanas Ilaali” kutaa jedhurratti hundaaʼee mareedhaan kan dhihaatu.

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Faarfannaa 32

6. Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa

(Daq. 15)

7. Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii

(Daq. 30) bt boq. 5 key. 9-15, saanduqa ful. 45​rra jiru

Yaada Xumuraa (Daq. 3) | Faarfannaa 61 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi