LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb24 Fulbaana ful. 4
  • Fulbaana 9-15

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Fulbaana 9-15
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2024
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2024
mwb24 Fulbaana ful. 4

FULBAANA 9-15

FAARFANNAA 82-84

Faarfannaa 80 fi Kadhannaa | Yaada Seensaa (Daq. 1)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Ilmaan Qoraa keessaa tokko simbira t⁠a⁠ʼuu akka hawwe miira argisiisuun ma⁠n⁠ʼee simbiraa mooraa mana qulqullummaa keessa jiru ilaalaa jira

1. Mirga Argattan Dinqisiifadhaa

(Daq. 10)

Mirga tajaajilaa keenyaaf iddoo guddaa kennina (Fr 84:1-3; wp16.6 8 key. 2-3)

Mirgawwan tajaajilaa utuu qabaattanii hawwitanirratti xiyyeeffachuu mannaa isa qabdanitti gammadaa (Fr 84:10; w08 7/15 30 key. 3-4)

Yihowaan namoota amanamummaadhaan isa tajaajilan hundumaatiif gaariidha (Fr 84:11; w20.01 17 key. 12)

Fakkiiwwan: Leewwota hojii garagaraa hojjetan. 1. Bishaan okkotee keessaa gara m⁠i⁠ʼa bishaanitti garagalchaa jira. 2. Gaarii okkotee hedduu qabate goototaa jira. 3. Okkotee baatee jira.

Mirgi nuuf kennamu kamiyyuu eebbaa fi haala ulfaataa mataasaa qaba. Eebba argattan irratti yoo xiyyeeffattan mirga qabdan kamittiyyuu gammaduu dandeessu.

2. Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu

(Daq. 10)

  • Fr 82:3—Ijoollee “abbaa hin qabnee” fi gumii keessa jiranitti jaalala argisiisuu fi kunuunsuun hammam barbaachisaadha? (it-1-E 816)

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa warra kaaniif hiruu barbaaddu akkamii argatte?

3. Dubbisa Kitaaba Qulqulluu

(Daq. 4) Fr 82:1–83:18 (th qoʼannaa 2)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

4. Miira Namaa Hubadhu—Yesuus Maal Godhe

(Daq. 7) Mareedhaan kan dhihaatu. VIIDIYICHA taphachiisi, achiis lmd barumsa 9 qabxii 1-2​rratti mariʼadhaa.

5. Miira Namaa Hubadhu—Fakkeenya Yesuus Hordofi

(Daq. 8) lmd barumsa 9 qabxii 3-5 fi “Caqasoota Kanas Ilaali” isa jedhurratti hundaaʼee mareedhaan kan dhihaatu.

AKKA KIRSITIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Faarfannaa 57

6. Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa

(Daq. 15)

7. Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii

(Daq. 30) bt boq. 15 key. 8-12 fi saanduqa ful. 134​rra jiru

Yaada Xumuraa (Daq. 3) | Faarfannaa 130 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi