LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb24 Sadaasa ful. 3
  • Sadaasa 11-17

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sadaasa 11-17
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2024
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2024
mwb24 Sadaasa ful. 3

SADAASA 11-17

FAARFANNAA 106

Faarfannaa 36 fi Kadhannaa | Yaada Seensaa (Daq. 1)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

1. “Waaqa Isa Fayyisaa Isaanii Taʼe . . . ni Irraanfatan”

(Daq. 10)

Israaʼelonni yeroo sodaatan, Yihowaarratti fincilan (Bau 14:11, 12; Fr 106:7-9)

Israaʼeloonni yeroo beelaʼanii fi dheebotanitti Yihowaarratti guunguman (Bau 15:24; 16:3, 8; 17:2, 3; Fr 106:13, 14)

Israaʼeloonni yeroo dhiphatanitti waaqolii tolfamoo waaqeffatan (Bau 32:1; Fr 106:19-21; w18.07 20 key. 13)

Obboleettiin tokko karaawwan Yihowaan kanaan dura itti ishee gargaare yaadaa, tajaajilarratti hirmaachuuf yaadaa jirti. Fakkii: 1. Tikni isheedhaaf godhamaa jira. 2. Nyaanni karaxiitiitti guutame isheedhaaf kennamaa jira. 3. Michoonni ishee xalayaa fi suuraa isheedhaaf ergaa jiru.

KANARRATTI XIINXALI: Yeroo rakkinni nurra gaʼu karaawwan Yihowaan kanaan dura itti nu gargaarerratti xiinxaluun keenya faayidaawwan akkamii qaba?

2. Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu

(Daq. 10)

  • Fr 106:36, 37—Waaqa tolfamaa waaqeffachuu fi jinniiwwaniif aarsaa dhiheessuun walitti dhufeenya akkamii qaba? (w06 7/15 13 key. 9)

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa akkamii argatte?

3. Dubbisa Kitaaba Qulqulluu

(Daq. 4) Fr 106:21-48 (th qoʼannaa 10)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

4. Karaa Salphaa Taʼeen Barsiisi—Yesuus Maal Godhe?

(Daq. 7) Mareedhaan kan dhihaatu. VIIDIYICHA taphachiisi, achiis lmd barumsa 11 qabxii 1-2​rratti mariʼadhaa.

5. Karaa Salphaa Taʼeen Barsiisi—Fakkeenya Yesuus Hordofi

(Daq. 8) lmd barumsa11 qabxii 3-5 fi “Caqasoota Kanas Ilaali” isa jedhurratti hundaaʼee mareedhaan kan dhihaatu.

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Faarfannaa 78

6. Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa

(Daq. 15)

7. Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii

(Daq. 30) bt boq. 18 key. 1-5, saanduqoota ful. 162, 164​rratti argaman

Yaada Xumuraa (Daq. 3) | Faarfannaa 77 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi