LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • w25 Guraandhala ful. 32
  • Yeroo Dhiibbaan Sirra Gaʼu Ija Jabina Argisiisi

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Yeroo Dhiibbaan Sirra Gaʼu Ija Jabina Argisiisi
  • Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2025
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Akkuma Ermiyaas Dammaqinaan Eeggadhaa
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2011
  • Yihowaan Isinii Wajjin Waan Jiruuf​—Ija Jabaadhaa!
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2013
  • ‘Ija Jabaadhaa, Hojjedhaas!’
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2017
  • Amalawwan Waaqayyoon Gammachiisan Horadhaa—Ija Jabina
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2025
w25 Guraandhala ful. 32

YAADAWWAN QOʼANNAADHAAF TAʼAN

Yeroo Dhiibbaan Sirra Gaʼu Ija Jabina Argisiisi

Ermiyaas raajichii fi Ebeedmeleek xuʼaashichi ija jabina akkamii akka argisiisan beekuuf Ermiyaas 38:1-13 dubbisi.

Yaada naannoosaa jirurratti yaadi. Ermiyaas ergaa Yihowaa labsuudhaan ija jabina kan argisiise akkamitti? (Er. 27:12-14; 28:15-17; 37:6-10) Namoota ergaasaa dhagaʼanitti maaltu dhagaʼame?—Er. 37:15, 16.

Gadi fageenyaan qoradhu. Ermiyaasirra dhiibbaa akkamiitu gaʼe? (jr-E 26-27 key. 20-22) Waaʼee boolla bishaanii bara duriitti turee beekuuf carraaqqii godhi.(it-1-E 471) Ermiyaas yeroo boolla bishaanii dhoqqeedhaan guutame keessa turetti miirri akkamii isatti dhagaʼamee taʼuu dandaʼa? Ebeedmeleek sodaa akkamii moʼuun isa barbaachisee taʼuu dandaʼa?—w12-AM 5/1 31 key. 2-3.

Barumsa argattu adda baafadhu. Akkana jedhii of gaafadhu:

  • ‘Seenaan kun karaa Yihowaan tajaajiltootasaa amanamoo taʼan itti eegu ilaalchisee maal na barsiisa?’ (Far. 97:10; Er. 39:15-18)

  • ‘Ija jabina argisiisuun kan na barbaachisu haalawwan akkamii keessattidha?’

  • ‘Ija jabina yeroo dhiibbaan narra gaʼu wanta sirrii taʼe raawwachuuf na gargaaru cimsachuu kanan dandaʼu akkamitti?’(w11 3/1 30)a

a Yaadawwan qoʼannaadhaaf taʼan ilaalchisee odeeffannoo dabalataa argachuuf Masaraa Eegumsaa Adoolessa 2023 irraa mata duree “Yaada Qoʼannaadhaaf Taʼu” jedhu ilaali.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi