LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • w25 Ebla ful. 32
  • Fakkiiwwanirraa Guutummaatti Fayyadami

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Fakkiiwwanirraa Guutummaatti Fayyadami
  • Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2025
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • “Fakkicha Ilaali!”
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2013
  • Viidiyoo fi Fakkiidhaan Barsiisuu
    Dubbisuu Fi Barsiisuuf Carraaqqii Godhi
  • Kun Dhugumayyuu Maxxansa Qayyabannaati!
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2012
  • Namoonni Yihowaa fi Yesuus Irratti Amantii Akka Qabaatan Gochuuf Kitaaba “Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!” Jedhamu Fayyadamaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
Dabalataan Ilaaluuf
Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2025
w25 Ebla ful. 32

YAADA QOʼANNAADHAAF TAʼU

Fakkiiwwanirraa Guutummaatti Fayyadami

Barreeffamoonni keenya fakkiiwwan qabxiilee barbaachisoo taʼan barsiisaniin kan guutamanidha. Maarree, fakkiiwwan kanarraa guutummaatti fayyadamuu kan dandeessu akkamitti?

  • Mata duree tokko dubbisuu kee dura fakkii achi keessa jiru ilaali. Fakkiiwwan fedhii barachuuf qabdu dabaluu fi mata duricha dubbisuuf si kakaasuu dandaʼu. Nyaata miʼaawaa tokko yeroo argitu nyaachuuf ni kakaata. Haaluma wal fakkaatuun, jalqaba fakkiiwwan jiran yoo ilaalte mata duree sana dubbisuuf caalaatti kakaata. Kanaafuu, mata duree tokko dubbisuu kee dura, ‘Maaltu natti mulʼata?’ jedhii of gaafadhu.—Amo. 7:7, 8.

  • Mata duricha yeroo dubbistu fakkichi kan filatame maaliif akka taʼe yaadi. Yaada fakkicha jala jiru ykn ibsa fakkichaaf kenname dubbisi. Fakkichi mata duricha wajjin akkamitti akka wal qabatu ykn barumsa irraa argatte akkamitti hojiirra oolchuu akka dandeessu yaadi.

  • Erga dubbistee booda qabxiilee ijoo mata durichaa irra deebiʼuuf fakkichatti fayyadami. Achiis ija kee dunuunfadhuutii fakkichaa fi barumsa irraa argatte yaadachuuf yaali.

  • Fakkiiwwan barruu kana keessatti argaman irra deebitee ilaaluudhaan barumsa irraa argatte yaadachuuf maaliif hin yaaltu?

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi