LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • th qayyabannaa 9 ful. 12
  • Viidiyoo fi Fakkiidhaan Barsiisuu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Viidiyoo fi Fakkiidhaan Barsiisuu
  • Dubbisuu Fi Barsiisuuf Carraaqqii Godhi
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Wantoota Ijaan Argamantti Fayyadamanii Barsiisuu
    Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasiirraa Fayyadami
  • Wantoota Ilaalamanitti Fayyadamuudhaan Barsiisaa
    Tajaajila Mootummaa—2006
  • Namoota Kitaaba Qulqulluu Qoʼachiistan Barsiisuuf Viidiyootti Fayyadamaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
  • Dhaggeeffattoota Ilaaluu
    Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasiirraa Fayyadami
Dabalataan Ilaaluuf
Dubbisuu Fi Barsiisuuf Carraaqqii Godhi
th qayyabannaa 9 ful. 12

QOʼANNAA 9

Viidiyoo fi Fakkiidhaan Barsiisuu

Caqasa kenname

Uumama 15:5

YAADA IJOO: Qabxiiwwan ijoo taʼan caalaatti ifa gochuuf viidiyoo fi fakkiitti fayyadami.

KANA GOCHUUN KAN DANDAʼAMU AKKAMITTI?

  • Viidiyoo fi fakkii barumsi kee humna akka argatu godhu filadhu. Qabxiiwwan xixinnoo utuu hin taʼin, qabxiiwwan barbaachisaa taʼan ibsuuf, fakkii, diyaagiraamii, kaartaa, duraa duuba yeroo ykn wantoota kan biraatti fayyadami. Dhaggeeffattoonni fakkii fi viidiyoo sana qofa utuu hin taʼin, yaada ijoo barumsichaa akka yaadatan gargaari.

  • Dhaggeeffattoonni fakkii ykn viidiyoo sana argaa jiraachuu isaanii mirkaneessi.

    Gorsa gaarii

    Barumsa kee dhiheessuu jalqabuu kee dura, fakkiin ykn viidiyoon itti fayyadamuuf yaadde qophaaʼaa taʼuu isaa mirkaneessi.

TAJAAJILA IRRATTI

Namni si dhaggeeffatu fakkii barreeffamicha irra jiru akka ilaalu godhi, achiis wanta ilaale irratti akka yaada kennu gaafadhu. Yaadawwan ijoo cimsitee ibsuuf akka barbaachisummaa isaatti gaaffiiwwan dabalataa gaafadhu. Viidiyoo yommuu taphachiistu gara nama si dhaggeeffatuutti garagalchi. Yeroo viidiyoon taphatutti dubbachuun barbaachisaa miti.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi