LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb19 Bitootessa ful. 7
  • Namoota Kitaaba Qulqulluu Qoʼachiistan Barsiisuuf Viidiyootti Fayyadamaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Namoota Kitaaba Qulqulluu Qoʼachiistan Barsiisuuf Viidiyootti Fayyadamaa
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Dandeettii Tajaajila Irratti Qabnu Fooyyeffachuu—Barsiisuuf Viidiyoowwanitti Fayyadamuu
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
  • Wantoota Ilaalamanitti Fayyadamuudhaan Barsiisaa
    Tajaajila Mootummaa—2006
  • Yeroo Qayyabsiistan Viidiyootti Fayyadamaa Barsiisaa
    Tajaajila Mootummaa—2013
  • Irra Deebii Kutaa 2⁠ffaa
    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!—Kitaaba Qulqulluu Qoʼachuudhaan Fayyadami
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
mwb19 Bitootessa ful. 7
Obboleettiin tokko dubartii Kitaaba Qulqulluu qoʼachiistutti viidiyoo yommuu argisiistu

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Namoota Kitaaba Qulqulluu Qoʼachiistan Barsiisuuf Viidiyootti Fayyadamaa

Wantoonni ijaan argaman xiyyeeffannaa nama ilaalu sanaa harkisuudhaan wanta barate akka hubatuu fi akka yaadatu isa gargaaru. Yihowaan inni Barsiisaa Hunda Irra Caalu taʼe, barumsawwan barbaachisoo taʼan barsiisuuf wantoota ijaan argamanitti fayyadameera. (Uma 15:5; Er 18:1-6) Yesuus inni Barsiisaa Guddicha taʼes mala kanatti fayyadameera. (Mat 18:2-6; 22:19-21) Waggoota dhihoodhaa asitti wantoota ijaan argaman keessaa baayʼee buʼaa qabeessa kan taʼe viidiyootti fayyadamuu dha. Isin hoo namoota Kitaaba Qulqulluu qoʼachiistan barsiisuuf viidiyootti akka gaariitti fayyadamaa jirtuu?

Barumsawwan birooshura Misiraachoo Waaqayyo Biraa Dhufe! jedhamu barsiisuuf viidiyoowwan nu gargaaran kudhan qophaaʼaniiru. Mata dureewwan viidiyoowwan hundaa gaaffiiwwan birooshuricha irratti qubeewwan fufurdaadhaan barreeffaman keessaa isa tokkoo wajjin kan wal fakkaatanii dha. Birooshurri kun inni weeb saayitii keenya irra jiruu fi bifa elektirooniikiitiin qophaaʼe, liinkiiwwan tokkoon tokkoon viidiyoowwanii yoom argisiisuu akka qabnu nu yaadachiisan qabateera. Barreeffamoonni qoʼachiisuuf itti fayyadamnuu fi Meeshaalee Barsiisuuf Itti Fayyadamnu keessatti argaman kaanis viidiyoowwan argisiisuu dandeenyu dabalataa kan qabatanii dha.

Namoota Kitaaba Qulqulluu qoʼachiistan wajjin mata dureewwan hubachuuf isaanitti ulfaatan irratti mariʼachaa jirtuu? Yookiin barataan keessan qorumsi adda taʼe tokko isa mudachaa jiraa? Viidiyoowwan isa gargaaran argachuuf jw.org® fi JW Broadcasting® keessaa barbaaduu dandeessu. Tarii waliin taatanii viidiyoowwan jiran keessaa tokko erga ilaaltanii booda irratti mariʼachuu dandeessu.

Jiʼa jiʼan viidiyoowwan haaraan ni baʼu. Yeroo viidiyoowwan kana ilaaltan warra kaan yommuu barsiistanitti akkamitti itti fayyadamuu akka dandeessan irratti yaadaa.

VIIDIYOOWWAN DABALATAA BIROOSHURA MISIRAACHOO WAAQAYYO BIRAA DHUFE! JEDHAMU KEESSATTI ARGAMAN

  • Viidiyoo Waaqayyo Maqaa Qabaa? jedhamu

    Barumsa 2

    Waaqayyo Maqaa Qabaa?

  • Viidiyoo Kitaaba Qulqulluu kan Barreessise Eenyu Dha? jedhamu

    Barumsa 3

    Kitaaba Qulqulluu kan Barreessise Eenyu Dha?

  • Viidiyoo Kitaabni Qulqulluu Dhugaa Taʼuu Isaa Akkamitti Beekna? jedhamu

    Kitaabni Qulqulluu Dhugaa Taʼuu Isaa Akkamitti Beekna?

  • Viidiyoo Yesuus kan Duʼe Maaliifi? jedhamu

    Barumsa 4

    Yesuus kan Duʼe Maaliifi?

  • Viidiyoo Waaqayyo Lafa kan Uume Maaliifi? jedhamu

    Barumsa 5

    Waaqayyo Lafa kan Uume Maaliifi?

  • Viidiyoo Namoonni Duʼan Haala Akkamii Keessatti Argamu? jedhamu

    Barumsa 6

    Namoonni Duʼan Haala Akkamii Keessatti Argamu?

  • Viidiyoo Mootummaan Waaqayyoo Maali Dha? jedhamu

    Barumsa 7

    Mootummaan Waaqayyoo Maali Dha?

  • Viidiyoo Waaqayyo Rakkinni Akka Jiraatu kan Heyyame Maaliifi?

    Barumsa 8

    Waaqayyo Rakkinni Akka Jiraatu kan Heyyame Maaliifi?

  • Viidiyoo Waaqayyo Waaqeffannaa Gosa Hundaa ni Fudhataa? jedhamu

    Barumsa 10

    Waaqayyo Waaqeffannaa Gosa Hundaa ni Fudhataa?

  • Viidiyoo Waaqayyo Kadhannaa Hunda ni Dhagaʼaa? jedhamu

    Barumsa 12

    Waaqayyo Kadhannaa Hunda ni Dhagaʼaa?

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi