LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 5/13 ful. 3
  • Yeroo Qayyabsiistan Viidiyootti Fayyadamaa Barsiisaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Yeroo Qayyabsiistan Viidiyootti Fayyadamaa Barsiisaa
  • Tajaajila Mootummaa—2013
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Wantoota Ilaalamanitti Fayyadamuudhaan Barsiisaa
    Tajaajila Mootummaa—2006
  • Namoota Kitaaba Qulqulluu Qoʼachiistan Barsiisuuf Viidiyootti Fayyadamaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
  • Dandeettii Tajaajila Irratti Qabnu Fooyyeffachuu—Barsiisuuf Viidiyoowwanitti Fayyadamuu
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
  • Ibsa Dabalataa
    Jaalala Waaqayyoo Keessa Jiraadhaa
Dabalataan Ilaaluuf
Tajaajila Mootummaa—2013
km 5/13 ful. 3

Yeroo Qayyabsiistan Viidiyootti Fayyadamaa Barsiisaa

Yihowaan, Abrahaamiifi Ermiyaasiif odeeffannoo barbaachisaa dabarsuuf, akkasumaan isaanitti dubbachuu mannaa, barumsicha caalaatti akka hubataniif wanta ijaan argamutti fayyadameera. (Uma. 15:5; Er. 18:1-6) Nuyis, namoonni Macaafa Qulqulluu qayyabsiisnu dhugaa Macaafa Qulqulluu sirriitti akka hubatan gargaaruuf wantoota ijaan argamanitti, jechuunis viidiyoowwan keenyatti fayyadamuu dandeenya. Yaadawwan armaan gadii, viidiyoowwan keenya keessaa warra tokko tokkotti fayyadamuu kan dandeenyu yoom akka taʼe ibsu. Akkaataan guddinaafi haalli bartootaa addadda waan taʼeef yaada kana yaada jijjiiramuu hin dandeenye goonee ilaaluu hin qabnu.

Kitaaba Barumsa Macaafa Qulqulluu

◻ Boqonnaa 1: Xumura keeyyata 17⁠rratti Za Wandarsi oov Kiriʼeeshin Riviil Goodis Giloorii jedhamu itti argisiisi

◻ Boqonnaa 2: Xumurarratti Za Baayibil—Maankaayindis Ooldasti Moodarni Buuk jedhamu itti argisiisi

◻ Boqonnaa 9: Xumura keeyyata 14⁠rratti Jehoovaas Wiitinasis—Orgaanaayizdi tuu Sheer za Gud Niiwus jedhamu itti argisiisi

◻ Boqonnaa 14: Xumurarratti Za Baayibil—Itis Paawar iin Yuur Laayif jedhamu itti argisiisi

◻ Boqonnaa 15: Xumura keeyyata 10⁠rratti Aawar Hool Assoosiyeeshin oov Biraazarsi jedhamu itti argisiisi

Kitaaba “Jaalala Waaqayyoo”

◻ Boqonnaa 3: Xumura keeyyata 15⁠rratti Yaangi Piippil Aaski—Haawu Kaan Aayi Meek Riil Fireendis? jedhamu itti argisiisi

◻ Boqonnaa 4: Xumurarratti Rispeekti Jehoovaas Ootoritii jedhamu itti argisiisi

◻ Boqonnaa 7: Xumura keeyyata 12⁠rratti Noo Bilad—Mediisin Miitis za Chaaleenji jedhamu itti argisiisi

◻ Boqonnaa 9: Xumura keeyyata 6⁠rratti Waarniingi Egzaampilsi foor Aawar Deey jedhamu itti argisiisi

◻ Boqonnaa 17: Xumurarratti ‘Wook baay Feez, Noot baay Saayit’ jedhamu itti argisiisi

Viidiyoowwan garabiraan nama Macaafa Qulqulluu qayyabsiistutti argisiisuudhaan gargaaruu dandeessu jiru? Fakkeenyaaf namni ariʼatamni irra gaʼaa jiru, viidiyoo Feezfuul Andar Tiraayaalsi—Jahoovaas Wiitnasis iin za Sooviyeet Yuuniyan ykn Jahoovaas Wiitnasis Istaandi Farmi Ageenasti Naazii Assoolti jedhaman ilaaluudhaan jajjabina argachuu dandaʼa. Dargaggoonnimmoo, viidiyoo Parsuu Goolsi Zaat Hoonar Good jedhamuufi Yaangi Piippil Aski—Waat Wiil Aayi Duu Wiiz Maay Laayif? jedhamurraa faayidaa argachuu dandaʼu. Viidiyoowwan kana nama Macaafa Qulqulluu qayyabsiistutti yoom argisiisuu ykn isaaf ergisuu akka dandeessu yaadachuuf, kitaaba Barumsa Macaafa Qulqulluu ykn “Jaalala Waaqayyoo” jedhamurratti mallattoo godhadhu. Viidiyoo haaraan yommuu baʼu, garaa nama Macaafa Qulqulluu qayyabsiistuu tuquuf akkamitti itti fayyadamuu akka dandeessu yaadi.—Luq. 24:32.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi