LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • ijwbq mataduree 2
  • Kitaabni Qulqulluun Yaada Waaqayyoo kan Qabate Dhaa?

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Kitaabni Qulqulluun Yaada Waaqayyoo kan Qabate Dhaa?
  • Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu
  • Matadureewwan Xixiqqaa
  • Matadureewwan Yaada Walfakkaataa Qaban
  • Deebii Kitaaba Qulqulluu
  • Israa’eloonni Mootii Moosifachuu Barbaadan
    Macaafni Qulqulluun Dhaamsisaa Maalidha?
  • Kitaaba Qulqulluu—Kitaaba Waaqayyo Biraa Dhufe
    Kitaabni Qulqulluun Maal Nu Barsiisa?
Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu
ijwbq mataduree 2
Nama kitaaba maramu irratti barreessaa jiru

Kitaabni Qulqulluun Yaada Waaqayyoo kan Qabate Dhaa?

Deebii Kitaaba Qulqulluu

Barreessitoonni Kitaaba Qulqulluu hedduun wanti isaan barreessan Waaqayyo biraa akka dhufe dubbataniiru. Fakkeenyota armaan gadii ilaali:

  • Daawit Mooticha: “Hafuurri Waaqayyoo ana keessaan in dubbate, dubbiin isaa afaan koo keessa jira.”—2 Saamuʼel 23:1, 2.

  • Isaayaas raajicha: “Wanti Waaqayyo gooftaan maccaa dubbate kanatti fufe jira.”—Isaayaas 22:15.

  • Yohaannis ergamaa: “Mulʼata Waaqayyo Yesuus Kiristoositti kennee fi karaa isaa mulʼise.”—Mulʼata 1:1.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi