B12-A
Torban Dhumaa Yesuus Lafa Irratti Dabarse (Kutaa 1)
Yerusaalemii fi Naannoo Ishii
Mana Qulqullummaa
Iddoo Biqiltuu Getesemaanee (?)
Mana Mootummaa
Mana Qayyaafaa (?)
Mana Mootummaa Heroodis Antiphaas Itti Fayyadame (?)
Bishaan Kuufamaa Beetazaataa
Bishaan Kuufamaa Siiloʼaam
Galma Saanhedriin (?)
Golgootaa (?)
Akeldaamaa (?)
Gara guyyaa dhaqi: Niisaan 8 | Niisaan 9 | Niisaan 10 | Niisaan 11
Niisaan 8 (Sanbata)
LIXA BIIFTUU (Guyyaan Yihudootaa kan jalqabuu fi kan xumuramu yeroo aduun lixxu dha)
Faasikaan gaʼuu isaa guyyaa jaʼa dura Bitaaniyaa gaʼe
BAHA BIIFTUU
LIXA BIIFTUU
Niisaan 9
LIXA BIIFTUU
Simoon isa dhukkuba nadaayiitiin qabamee wajjin maaddiitti dhihaate
Maariyaam urgooftuu naardos Yesuus irratti dhangalaaste
Yihudoonni Yesuusii fi Alaazaariin ilaaluu dhufan
BAHA BIIFTU
Injifannoodhaan gara Yerusaalem seene
Mana qulqullummaatti barsiise
LIXA BIIFTUU
Niisaan 10
LIXA BIIFTUU
Halkan sana Bitaaniyaatti dabarse
BAHA BIIFTUU
Bariidhaan gara Yerusaalem deeme
Mana qulqullummaa qulqulleesse
Yihowaan samii irraa dubbate
LIXA BIIFTUU
Niisaan 11
LIXA BIIFTUU
BAHA BIIFTUU
Fakkeenyatti fayyadamee mana qulqullummaatti barsiise
Fariisota balaaleffate
Buusii dubartii abbaan manaa irraa duʼee ilaale
Gaara Ejersaa irratti, kufaatii Yerusaalem ilaalchisee raajii dubbate, argama isaatiif mallattoo kenne