B12-B
Torban Dhumaa Yesuus Lafa Irratti Dabarse (Kutaa 2)
Yerusaalemii fi Naannoo Ishii
Mana Qulqullummaa
Iddoo Biqiltuu Getesemaanee (?)
Mana Mootummaa
Mana Qayyaafaa (?)
Mana Mootummaa Heroodis Antiphaas Itti Fayyadame (?)
Bishaan Kuufamaa Beetazaataa
Bishaan Kuufamaa Siiloʼaam
Galma Saanhedriin (?)
Golgootaa (?)
Akeldaamaa (?)
Gara guyyaa dhaqi꞉ Niisaan 12 | Niisaan 13 | Niisaan 14 | Niisaan 15 | Niisaan 16
Niisaan 12
LIXA BIIFTUU (Guyyaan Yihudootaa kan jalqabuu fi kan xumuramu yeroo biiftuun lixxutti dha)
BAHA BIIFTUU
Guyyaa boqonnaa barattoota isaa wajjin dabarse
Yihudaan dabarsee isa kennuuf qophii godhe
LIXA BIIFTUU
Niisaan 13
LIXA BIIFTUU
BAHA BIIFTUU
Pheexirosii fi Yohaannis Faasikaadhaaf qophii godhan
Yesuusii fi ergamoonni kaan waaree booda gara galgalaa gaʼan
LIXA BIIFTUU
Niisaan 14
LIXA BIIFTUU
Ergamootaa wajjin Faasikaa nyaate
Miila ergamootaa dhiqe
Yihudaa gad baase
Irbaata Gooftaa hundeesse
Niisaan 15 (Sanbata)
LIXA BIIFTUU
BAHA BIIFTUU
Philaaxos awwaala Yesuus bira eegdota akka dhaaban heyyame
LIXA BIIFTUU
Niisaan 16
BAHA BIIFTUU
Duʼaa kaafame
Barattoota isaatti mulʼate
Matthew 28:1-15