LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb22 Bitootessa ful. 10-11
  • Sagantaa Dubbisa Kitaaba Qulqulluu Ayyaana Yaadannoo 2022

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sagantaa Dubbisa Kitaaba Qulqulluu Ayyaana Yaadannoo 2022
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Sanbadduraa, Ebla 9
  • Dilbata, Ebla 10
  • Wiixata, Ebla 11
  • Kibxata, Ebla 12
  • Roobii, Ebla 13
  • Kamisa, Ebla 14
  • Jimaata, Ebla 15
  • Ayyaana Yaadannoo (Erga Aduun Lixxee Booda)
  • Sanbadduraa, Ebla 16
  • Dilbata, Ebla 17
  • Wiixata, Ebla 18
  • Sagantaa Dubbisa Kitaaba Qulqulluu Ayyaana Yaadannoo 2025
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2025
  • Sagantaa Dubbisa Kitaaba Qulqulluu Ayyaana Yaadannoo 2023
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • Sagantaa Dubbisa Kitaaba Qulqulluu Ayyaana Yaadannoo 2024
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2024
  • B12-B Torban Dhumaa Yesuus Lafa Irratti Dabarse (Kutaa 2)
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
mwb22 Bitootessa ful. 10-11

Sagantaa Dubbisa Kitaaba Qulqulluu Ayyaana Yaadannoo 2022

Sanbadduraa, Ebla 9

YEROO ADUUN BAATU

YEROO ADUUN LIXXU (Niisaan 8 ni jalqaba)

  • Yohaannis 11:55–12:1

Dilbata, Ebla 10

Maariyaam utuu Yesuus maaddiitti dhihaatee jiru zayiitii urgaaʼuu mataa isaa irratti yommuu dhangalaastu.

YEROO ADUUN BAATU

YEROO ADUUN LIXXU (Niisaan 9 ni jalqaba)

  • Maatewos 26:6-13

  • Maarqos 14:3-9

  • Yohaannis 12:2-11

Yesuus—Karaa, boq. 101

Wiixata, Ebla 11

Yesuus harree yaabbatee deemaa jira. Namoonni hedduun uffata isa irraan uffatanii fi damee muka meexxii daandii irra afaa jiru.

YEROO ADUUN BAATU

  • Maatewos 21:1-11, 14-17

  • Maarqos 11:1-11

  • Luqaas 19:29-44

  • Yohaannis 12:12-19

Yesuus—Karaa, boq. 102

YEROO ADUUN LIXXU (Niisaan 10 ni jalqaba)

Kibxata, Ebla 12

Yesuus mana qulqullummaatti minjaala warra qarshii jijjiiranii gaggaragalchaa jira.

YEROO ADUUN BAATU

  • Maatewos 21:12, 13, 18, 19

  • Maarqos 11:12-19

  • Luqaas 19:45-48

  • Yohaannis 12:20-50

Yesuus—Karaa, boq. 103-104

YEROO ADUUN LIXXU (Niisaan 11 ni jalqaba)

Roobii, Ebla 13

Yesuusii fi ergamoonni isaa mana qulqullummaatti dubartiin abbaan manaa irraa duʼe takka saanduqa buusii keessa saantima xixinnoo lama yommuu buustu ilaalaa jiru.

YEROO ADUUN BAATU

  • Maatewos 21:19–25:46

  • Maarqos 11:20–13:37

  • Luqaas 20:1–21:38

Yesuus—Karaa, boq. 105-114

YEROO ADUUN LIXXU (Niisaan 12 ni jalqaba)

Kamisa, Ebla 14

Yihudaa Asqorotichi geggeessitoota amantaa wajjin taʼee shira xaxaa jira.

YEROO ADUUN BAATU

  • Maatewos 26:1-5, 14-16

  • Maarqos 14:1, 2, 10, 11

  • Luqaas 22:1-6

Yesuus—Karaa, boq. 115

YEROO ADUUN LIXXU (Niisaan 13 ni jalqaba)

Jimaata, Ebla 15

Ayyaana Yaadannoo (Erga Aduun Lixxee Booda)

Yesuusii fi ergamoonni isaa amanamoon Irbaata Gooftaa irratti maaddiitti dhihaatanii jiru.

YEROO ADUUN BAATU

  • Maatewos 26:17-19

  • Maarqos 14:12-16

  • Luqaas 22:7-13

YEROO ADUUN LIXXU (Niisaan 14 ni jalqaba)

  • Maatewos 26:20-75

  • Maarqos 14:17-72

  • Luqaas 22:14-65

  • Yohaannis 13:1–18:27

Yesuus—Karaa, boq. 116-126

Sanbadduraa, Ebla 16

Yesuus yakkamaa tokko maddiitti muka dhiphinaa irratti fannifamee jira.

YEROO ADUUN BAATU

  • Maatewos 27:1-61

  • Maarqos 15:1-47

  • Luqaas 22:66–23:56

  • Yohaannis 18:28–19:42

Yesuus—Karaa, boq. 127-133

YEROO ADUUN LIXXU (Niisaan 15 ni jalqaba)

Dilbata, Ebla 17

Geggeessitoonni amantaa gaaffii isaanii Philaaxositti dhiheeffachaa jiru.

YEROO ADUUN BAATU

  • Maatewos 27:62-66

YEROO ADUUN LIXXU (Niisaan 16 ni jalqaba)

  • Maarqos 16:1

Wiixata, Ebla 18

Dubartoonni awwaalli Yesuus duwwaa taʼuu isaa yommuu argan burjaajaʼanii jiru.

YEROO ADUUN BAATU

  • Maatewos 28:1-15

  • Maarqos 16:2-8

  • Luqaas 24:1-49

  • Yohaannis 20:1-25

Yesuus—Karaa, boq. 134-135

YEROO ADUUN LIXXU (Niisaan 17 ni jalqaba)

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi