- Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
1 MOOTOTA
QABIYYEE KITAABICHAA
1
Daawitii fi Abishaag (1-4)
Adoniyaan teessoo fudhachuuf yaale (5-10)
Naataanii fi Baat Sheebaan tarkaanfii fudhatan (11-27)
Daawit Solomoon akka dibamu ajaje (28-40)
Adoniyaan gara iddoo aarsaatti baqate (41-53)
2
Daawit Solomooniif qajeelfama kenne (1-9)
Daawit ni duʼe; Solomoon mootii taʼe (10-12)
Fincilli Adoniyaa duʼaaf isa saaxile (13-25)
Abiyaataar ni ariʼame; Yoʼaab ni ajjeefame (26-35)
Shimeʼiin ni ajjeefame (36-46)
3
Solomoon intala Faraʼoon fuudhe (1-3)
Yihowaan abjuudhaan Solomoonitti mulʼate (4-15)
Solomoon haadholii lamaaf murtii kenne (16-28)
4
Bulchiinsa Solomoon (1-19)
Badhaadhina bara bulchiinsa Solomoonitti ture (20-28)
Ogummaa Solomoonii fi fakkeenyota inni dubbate (29-34)
5
6
7
Mana mootummaa Solomoon (1-12)
Hiiraam inni dandeettii guddaa qabu Solomooniin gargaare (13-47)
Utubaawwan sibiila diimaa lamaan (15-22)
Galaana sibiila baqfame irraa tolfame (23-26)
Gaariiwwanii fi miʼawwan bishaanii sibiila diimaa kurnan (27-39)
Miʼawwan warqii irraa tolfaman (48-51)
8
Taabotichi mana qulqullummaa keessa kaaʼame (1-13)
Solomoon uummatichaaf haasaa dhiheesse (14-21)
Kadhannaa Solomoon yeroo manni qulqullummaa murteeffametti dhiheesse (22-53)
Solomoon uummaticha eebbise (54-61)
Aarsaawwan ni dhihaatan, manni qulqullummaan ni murteefame (62-66)
9
Yihowaan yeroo lammaffaadhaaf Solomoonitti mulʼate (1-9)
Kennaa Solomoon Hiiraamiif kenne (10-14)
Solomoon wantoota garaa garaa ijaare (15-28)
10
11
Haadhotiin manaa Solomoon garaa isaa jalʼisan (1-13)
Mormitoota Solomoon (14-25)
Yeroboʼaam gosoonni kudhan akka isaaf kennaman waadaan ni galameef (26-40)
Solomoon ni duʼe; Rooboʼaam mootii taʼe (41-43)
12
Rooboʼaam deebii gaarii hin taane kenne (1-15)
Gosoonni kurnan fincila kaasan (16-19)
Yeroboʼaam mootii Israaʼel taʼe (20)
Rooboʼaam Israaʼeliin akka hin waraanne dhowwame (21-24)
Waaqeffannaa jabbii Yeroboʼaam hundeesse (25-33)
13
14
15
Mootii Yihudaa kan taʼe Abiyaam (1-8)
Mootii Yihudaa kan taʼe Aasaa (9-24)
Mootii Israaʼel kan taʼe Naadaab (25-32)
Mootii Israaʼel kan taʼe Baʼaashaa (33, 34)
16
Murtii Yihowaan Baʼaashaa irratti dabarse (1-7)
Mootii Israaʼel kan taʼe Eelaa (8-14)
Mootii Israaʼel kan taʼe Zimrii (15-20)
Mootii Israaʼel kan taʼe Omrii (21-28)
Mootii Israaʼel kan taʼe Ahaab (29-33)
Hiʼeel Yerikoo deebisee ijaare (34)
17
Eeliyaas raajichi ongeen akka dhufu raajii dubbate (1)
Arraagessonni Eeliyaasiin sooran (2-7)
Eeliyaas gara dubartii Saraaptaa abbaan manaa irraa duʼe tokkoo dhaqe (8-16)
Ilmi dubartii abbaa manaa irraa duʼee ni duʼe; duʼaas ni kaafame (17-24)
18
Eeliyaas Obaadiyaa fi Ahaabii wajjin wal arge (1-18)
Eeliyaas Qarmeelositti raajota Baʼaalii wajjin wal morke (19-40)
Ongeen waggaa sadii fi walakkaadhaaf ture ni dhaabbate (41-46)
19
Eeliyaas Iizaabel jalaa baqate (1-8)
Yihowaan Horeebitti Eeliyaasitti mulʼate (9-14)
Eeliyaas, Hazaaʼeliin, Yehuu fi Eelsaaʼiin akka dibu itti himame (15-18)
Eelsaaʼi Eeliyaasiin akka bakka buʼu muudame (19-21)
20
Warri Sooriyaa Ahaab irratti waraana banan (1-12)
Ahaab warra Sooriyaa ni moʼe (13-34)
Raajii Ahaab irratti dubbatame (35-43)
21
Ahaab maasii wayinii Naabot fudhachuu hawwe (1-4)
Iizaabel Naabot akka ajjeefamu haala mijeessite (5-16)
Ergaa murtii Eeliyaas Ahaab irratti dubbate (17-26)
Ahaab gad of qabe (27-29)
22
Yoshaafaax Ahaabii wajjin michummaa uume (1-12)
Mikaayaan akka moʼaman raajii dubbate (13-28)
Ahaab Raamot Giiliyaaditti ajjeefame (29-40)
Yoshaafaax mootii Yihudaa taʼe (41-50)
Mootii Israaʼel kan taʼe Akaaziyaa (51-53)