- Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
2 SEENAA BARAA
QABIYYEE KITAABICHAA
1
2
3
Solomoon mana qulqullummaa ijaaruu jalqabe (1-7)
Kutaa Hundumaa Caalaa Qulqulluu (8-14)
Utubaawwan sibiila diimaa lamaan (15-17)
4
Iddoo aarsaa, Galaanichaa fi miʼawwan bishaanii (1-6)
Baattuuwwan ibsaa, minjaalotaa fi mooraawwan (7-11a)
Miʼawwan mana qulqullummaa hojjetamanii xumuraman (11b-22)
5
6
7
Manni qulqullummaa ulfina Yihowaatiin guutame (1-3)
Sirnawwan eebba mana qulqullummaa irratti raawwataman (4-10)
Yihowaan Solomoonitti mulʼate (11-22)
8
Hojiiwwan ijaarsaa Solomoon raawwate warra kaan (1-11)
Waaqeffannaan mana qulqullummaatti raawwatamu ni gurmaaʼe (12-16)
Dooniiwwan Solomoon (17, 18)
9
10
11
12
13
14
Abiyaan ni duʼe (1)
Aasaa mootii Yihudaa (2-8)
Aasaan namoota Itoophiyaa 1,000,000 ni moʼe (9-15)
15
16
17
Yoshaafaax mootii Yihudaa (1-6)
Duula barsiisuuf godhame (7-9)
Humna waraanaa Yoshaafaax (10-19)
18
Yoshaafaax Ahaabii wajjin michummaa uume (1-11)
Mikaayaan akka injifataman raajii dubbate (12-27)
Ahaab Raamot Giiliyaaditti ajjeefamuu isaa (28-34)
19
20
Saboonni naannoo ishii Yihudaa doorsisan (1-4)
Yoshaafaax gargaarsa argachuuf kadhate (5-13)
Deebii Yihowaan kenne (14-19)
Yihudaan dinqiidhaan oole (20-30)
Dhuma bulchiinsa Yoshaafaax (31-37)
21
Yooraam Mootii Yihudaa (1-11)
Ergaa barreeffamaa Eeliyaas biraa ergame (12-15)
Yooraam dhumni isaa gaarii hin taane (16-20)
22
23
Yehoyaadaan ija jabinaan tarkaanfii fudhate; Yoʼaas mootii taʼe (1-11)
Ataaliyaan ni ajjeefamte (12-15)
Haareffama Yehoyaadaan raawwate (16-21)
24
Bulchiinsa Yoʼaas (1-3)
Yoʼaas mana qulqullummaa haaresse (4-14)
Yoʼaas gantuu taʼe (15-22)
Yoʼaas ni ajjeefame (23-27)
25
Amaaziyaa mootii Yihudaa (1-4)
Waraana Edoomii wajjin godhame (5-13)
Amaaziyaan waaqolii tolfamoo waaqeffate (14-16)
Waraana Yoʼaas mootii Israaʼelii wajjin godhame (17-24)
Amaaziyaan ni duʼe (25-28)
26
Ooziyaa mootii Yihudaa (1-5)
Humna waraanaa Ooziyaa (6-15)
Ooziyaan inni of tuultuu taʼe dhukkuba nadaayiitiin qabame (16-21)
Ooziyaan ni duʼe (22, 23)
27
28
Akaaz mootii Yihudaa (1-4)
Akaaz Sooriyaa fi Israaʼeliin moʼame (5-8)
Odeed Israaʼeliin akeekkachiise (9-15)
Yihudaan ni salphifamte (16-19)
Akaaz waaqolii tolfamoo waaqeffate, ni duʼes (20-27)
29
Hisqiyaas mootii Yihudaa (1, 2)
Haareffama Hisqiyaas raawwate (3-11)
Manni qulqullummaa ni qulqulleeffame (12-19)
Tajaajilli mana qulqullummaa deebiʼee jalqabe (20-36)
30
31
32
Senaaheriib Yerusaalemiin doorsise (1-8)
Senaaheriib Yihowaa morme (9-19)
Maleekaan tokko raayyaa waraanaa Asoor rukute (20-23)
Hisqiyaas ni dhukkubsate, of tuule (24-26)
Hisqiyaas milkaaʼina argate, ni duʼes (27-33)
33
Minaasee mootii Yihudaa (1-9)
Minaaseen wanta hamaa raawwatu irraa yaada geddarate (10-17)
Minaaseen ni duʼe (18-20)
Amoon mootii Yihudaa (21-25)
34
Yosiyaas mootii Yihudaa (1, 2)
Haareffama Yosiyaas raawwate (3-13)
Kitaabni Seerichaa ni argame (14-21)
Huldaan badiisni akka dhufu raajii dubbatte (22-28)
Yosiyaas kitaabicha sabichaaf ni dubbise (29-33)
35
36
Yehoʼahaaz mootii Yihudaa (1-3)
Yehoyaaqiim mootii Yihudaa (4-8)
Yehoyaakiin mootii Yihudaa (9, 10)
Zedeeqiyaa mootii Yihudaa (11-14)
Badiisa Yerusaalem (15-21)
Labsii Qiiros manni qulqullummaa deebiʼee akka ijaaramuuf baase (22, 23)