- Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
IZRAA
QABIYYEE KITAABICHAA
1
2
3
Iddoon aarsaa deebiʼee ni ijaarame; aarsaawwanis ni dhihaatan (1-6)
Hojiin mana qulqullummaa deebisanii ijaaruu ni jalqabame (7- 9)
Buʼuurri mana qulqullummaa ni kaaʼame (10-13)
4
Hojiin mana qulqullummaa deebisanii ijaaruu mormiin irra gaʼe (1-6)
Diinonni mormii isaanii Arxeksis Mootichatti ergatan (7-16)
Deebii Arxeksis (17-22)
Ijaarsi mana qulqullummaa ni dhaabbate (23, 24)
5
6
Qorannaa Daariyos godhee fi labsii inni baase (1-12)
Manni qulqullummaa xumuramee eebbifame (13-18)
Faasikaan ni kabajame (19-22)
7
Izraan gara Yerusaalem dhufe (1-10)
Xalayaa Arxeksis gara Izraatti erge (11-26)
Izraan Yihowaa jajate (27, 28)
8
Galmee maqaa namoota Izraa wajjin deebiʼanii (1-14)
Qophii adeemsaaf godhame (15-30)
Baabilonii baʼuu fi Yerusaalem gaʼuu (31-36)
9
10