- Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
IYYOOB
QABIYYEE KITAABICHAA
1
Amanamummaa fi badhaadhina Iyyoob (1-5)
Seexanni kakaʼumsa Iyyoob irratti gaaffii kaase (6-12)
Iyyoob qabeenya isaa fi ijoollee isaa dhabe (13-19)
Iyyoob Waaqa hin komanne (20-22)
2
Seexanni ammas kakaʼumsa Iyyoob irratti gaaffii kaase (1-5)
Seexanni qaama Iyyoob madaadhaan akka rukutu heyyamameef (6-8)
Haati manaa Iyyoob, “Waaqa arrabsiitii duʼi!” jette (9, 10)
Michoonni Iyyoob sadan gara isaa dhufan (11-13)
3
4
5
6
Deebii Iyyoob (1-30)
Komiin isaa sirrii akka taʼe dubbate (2-6)
Jajjabeessitoonni isaa gantoota dha (15-18)
“Dubbii dhugaan nama hin dhukkubsu!” (25)
7
8
9
Deebii Iyyoob (1-35)
Namni duʼu Waaqaa wajjin wal falmuu hin dandaʼu (2-4)
‘Waaqayyo wantoota qoramuu hin dandeenye ni hojjeta’ (10)
Namni Waaqaa wajjin wal falmuu hin dandaʼu (32)
10
11
12
Deebii Iyyoob (1-25)
“Ani isinii gad miti” (3)
Ani “nama itti kolfamu taʼeera” (4)
‘Ogummaan Waaqayyo bira jira’ (13)
Waaqni abbootii murtii fi mootota irra ni caala (17, 18)
13
14
15
16
17
18
19
Deebii Iyyoob (1-29)
Ifannaa “michoota” isaa fudhachuu dide (1-6)
Akka dhiifame dubbate (13-19)
‘Inni na furu jiraataa dha’ (25)
20
21
22
23
Deebii Iyyoob (1-17)
Dhimma isaa Waaqa duratti dhiheeffachuu barbaade (1-7)
Waaqa argachuu akka hin dandeenye dubbate (8, 9)
“Karaa irraa utuu hin gorin daandii isaa irra buʼuu koo itti fufeera” (11)
24
25
26
Deebii Iyyoob (1-14)
“Ati isa humna hin qabne akkam gargaarte!” (1-4)
‘Waaqni lafa homtuu utuu jala hin jiraatiin ni rarraase’ (7)
“Wantoonni kun fiixee daandiiwwan isaa qofa dha” (14)
27
28
29
30
31
32
33
34
35
36
37
38
39
40
41
42
Iyyoob Yihowaadhaaf deebii kenne (1-6)
Michoonni isaa sadan ni balaaleffataman (7-9)
Yihowaan Iyyoobiif badhaadhina isaa ni deebise (10-17)