FAARFANNAA
QABIYYEE KITAABICHAA
-
Yihowaan Abbaa Murtii qajeelaa dha
‘Yaa Yihowaa, murtii naaf kenni’ (8)
-
Yihowaan tarkaanfii fudhachuuf ni kaʼa
Dubbiin Waaqayyoo qulqulluu dha (6)
-
Mootii Waaqni dibeef fayyinni haa taʼu
Tokko tokko gaarii fardaa fi fardeenitti amanamu, ‘nuti garuu maqaa Yihowaa waammanna’ (7)
-
Mootiin ulfina qabeessi karrichatti ol seena
‘Lafti kan Yihowaa ti’ (1)
-
Kadhannaan faarfatichaa deebii argate
“Yihowaan jabina koo fi gaachana koo ti” (7)
-
Gaddi gara gammachuutti jijjiirame
Gaarummaan Waaqaa umurii guutuu tura (5)
-
Kadhannaa yeroo diinota giddu turetti gargaarsa argachuuf dhiheesse
“Waaqayyo gargaaraa koo ti” (4)
-
Waaqni lafa irratti murtii ni kenna
Kadhannaa hamoonni akka adabaman dhihaate (6-8)
-
Waaqni masaraa cimaa diina irraa eegu dha
‘Dunkaana kee keessa keessummummaadhaan nan jiraadha’ (4)
-
Haleellaa dhokataa taʼe irraa eegumsa argachuu
‘Waaqayyo isaanitti futtaasa’ (7)
-
Gargaarsa hatattamaa gaafachuu
“Anaaf jedhii dafii tarkaanfii fudhadhu” (5)
-
Waaqni haqaan murteessa
Hamoonni xoofoo Yihowaa ni dhugu (8)
-
Magaalaa Waaqa dhugaa kan taate Xiyoon
Warra Xiyoon keessatti dhalatan (4-6)
-
Yihowaan Fayyisaa fi Abbaa Murtii qajeelaa dha
Yihowaan akka fayyisu beeksifame (2, 3)
-
Gochawwan Yihowaan saba isaatiif raawwate
-
Waamicha saboonni hundi Yihowaa akka jajatan dhihaate
Jaalalli Waaqayyoo inni amanamaan guddaa dha (2)
-
Dubbii Waaqaa isa gatii guddaa qabu dinqisiifachuu
‘Dargaggoonni akkamitti daandii isaanii qulqulluu godhanii eeguu dandaʼu?’ (9)
“Yaadachiisawwan kee nan jaalladha” (24)
“Seera kee baayʼee nan jaalladha!” (97)
“Ani barsiisota koo hundumaa caalaa hubannaa qaba” (99)
‘Dubbiin kee miila kootiif ibsaa dha’ (105)
“Buʼuurri dubbii keetii dhugaa dha” (160)
Nagaa warri seera Waaqaa jaallatan qaban (165)
-
Haleelamus hin moʼamne
Warri Xiyoon jibban ni qaanaʼu (5)
-
Akkuma mucaa harma guʼeetti gammaduu
Wantoota baayʼee guguddaa taʼan hin hawwine (1)
-
Halkan Waaqayyoon jajachuu
“Qulqullummaadhaan harka keessan ol kaasaa” (2)