LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • nwt ful. 927-1135
  • Qabiyyee Weedduu Weedduu Caaluu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Qabiyyee Weedduu Weedduu Caaluu
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Jaalala Hin Badne Qabaachuun Ni Dandaʼamaa?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2015
  • Nama Fakkeenya Taʼu​—Shulaamittii
    Gaaffilee Dargaggootaa fi Deebii Isaaniif Kenname, Jildii 2ffaa
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Qabiyyee Weedduu Weedduu Caaluu

WEEDDUU WEEDDUU CAALU

QABIYYEE KITAABICHAA

  • SHAMARREEN SHULAAMITTII BUUFATA SOLOMOON KEESSATTI (1:1–3:5)

    • 1

      • Weedduu weedduu caalu (1)

      • Shamarree (2-7)

      • Ijoollee durbaa Yerusaalem (8)

      • Mootii (9-11)

        • ‘Faayawwan warqii siif tolchina’ (11)

      • Shamarree (12-14)

        • ‘Jaalalleen koo anaaf akkuma korojoo qumbii urgaaʼuu ti’ (13)

      • Tiksee (15)

        • “Yaa jaalallee too, ati bareedduu dha”

      • Shamarree (16, 17)

        • “Yaa jaalallee koo, ati bareedaa dha” (16)

    • 2

      • Shamarree (1)

        • ‘Ani saafroni’

      • Tiksee (2)

        • ‘Jaalalleen too akkuma abaaboo ti’

      • Shamarree (3-14)

        • ‘Hamma ofii isaatiin kakaʼutti na keessatti jaalala hin kakaasinaa’ (7)

        • Wanta tiksichi dubbate (10b-14)

          • “Yaa bareedduu too, naa wajjin kottu” (10b, 13)

      • Obboloota shamarrittii (15)

        • ‘Jeedaloota nuuf qabaa’

      • Shamarree (16, 17)

        • “Jaalalleen koo kan koo ti, anis kan isaa ti” (16)

    • 3

      • Shamarree (1-5)

        • ‘Halkan isan jaalladhu nan barbaade’ (1)

  • SHULAAMITTIIN YEROO YERUSAALEM KEESSA TURTETTI (3:6–8:4)

    • 3

      • Ijoollee durbaa Xiyoon (6-11)

        • Hiriirri Solomoon ni ibsame

    • 4

      • Tiksee (1-5)

        • “Yaa jaalallee too, ati bareedduu dha” (1)

      • Shamarree (6)

      • Tiksee (7-16a)

        • “Yaa misirroo too, onnee koo boojiteetta” (9)

      • Shamarree (16b)

    • 5

      • Tiksee (1a)

      • Dubartoota Yerusaalem (1b)

        • ‘Ibsa jaalalaatiin machaaʼaa!’

      • Shamarree (2-8)

        • Abjuu ishii dubbatte

      • Ijoollee durbaa Yerusaalem (9)

        • “Jaalalleen kee jaalallee kan biraa kam irra iyyuu hammam caalee ti?””

      • Shamarree (10-16)

        • “Namoota kuma kudhan gidduudhaa illee ni mulʼata” (10)

    • 6

      • Ijoollee durbaa Yerusaalem (1)

      • Shamarree (2, 3)

        • “Ani kan jaalallee koo ti, jaalalleen koos kan koo ti” (3)

      • Mootii (4-10)

        • “Ati akkuma Tirzaa bareedduu dha” (4)

        • Wanta dubartoonni dubbatan (10)

      • Shamarree (11, 12)

      • Mootii (fi namoota kan biroo) (13a)

      • Shamarree (13b)

      • Mootii (fi namoota kan biroo) (13c)

    • 7

      • Mootii (1-9a)

        • ‘Yaa durba jaallatamtuu nana, akkam nama gammachiista!’ (6)

      • Shamarree (9b-13)

        • “Ani kan jaalallee koo ti,innis na hawwa” (10)

    • 8

      • Shamarree (1-4)

        • ‘Maal taʼa ati akka obboleessa koo utuu taatee!’ (1)

  • SHULAAMITTIIN NI DEEBITE, AMANAMUMMAAN ISHIIS NI MIRKANAAʼE (8:5-14)

    • 8

      • Obboloota shamarrittii (5a)

        • ‘Ishiin jaalallee ishiitti hirkattee jirtu sun eenyu?’

      • Shamarree (5b-7)

        • “Jaalalli akkuma duʼaa cimaa dha” (6)

      • Obboloota shamarrittii (8, 9)

        • “Ishiin dallaa yoo taate, . . . balbala yoo taate garuu, . . .” (9)

      • Shamarree (10-12)

        • “Ani dallaa dha” (10)

      • Tiksee (13)

        • ‘Mee sagalee keen dhagaʼa’

      • Shamarree (14)

        • ‘Akka borofaatti ariifadhu’”

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi