NAAHOM QABIYYEE KITAABICHAA 1 Waaqayyo diinota isaa irratti haaloo baʼa (1-7) Waaqni guutummaatti akka isaaf bulan barbaada (2) Yihowaan warra isatti kooluu galan beeka (7) Nanawween guutummaatti balleeffamti (8-14) Dhiphinni yeroo lammataatiif hin dhufu (9) Misiraachoo Yihudaadhaaf labsame (15) 2 Nanawween ni diigamti (1-13) “Karrawwan lageenii ni banamu” (6) 3 “Magaalaa dhiiga dhangalaastu sanaaf wayyoo!” (1-19) Sababa Nanawweetti itti murteeffame (1-7) Nanawween akkuma Noo Amoonitti ni kufti (8-12) Kufaatiin Nanawwee kan hin oolle dha (13-19)