LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • nwt ful. 1913
  • Qabiyyee Efesoon

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Qabiyyee Efesoon
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Qabiyyee Qolosaayis
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • Qabiyyee Roomaa
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • Qabiyyee 2 Yohaannis
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • Qabiyyee Filiphisiyus
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Dabalataan Ilaaluuf
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Qabiyyee Efesoon

EFESOON

QABIYYEE KITAABICHAA

  • 1

    • Nagaa dhaamuu (1, 2)

    • Eebba hafuuraa (3-7)

    • Wanta hunda gara Kiristoositti walitti qabuu (8-14)

      • “Bulchiinsa” yeroon murteeffametti hundeeffamu (10)

      • Hafuuraan chaappaa gochuun “dursee akka qabdiitti kan kenname” dha (13, 14)

    • Phaawulos amantii warra Efesooniif Waaqa galateeffate, akkasumas isaaniif ni kadhate (15-23)

  • 2

    • Kiristoosii wajjin jiraachifamuu (1-10)

    • Girgiddaan gargar baasu ni diigame (11-22)

  • 3

    • Iccitii qulqulluu saboota kaan dabalatu (1-13)

      • Saboonni kaanis Kiristoosii wajjin dhaaltota taʼu (6)

      • Kaayyoo Waaqayyoo isa bara baraa (11)

    • Kadhannaa warri Efesoon hubannaa akka argatan dhihaate (14-21)

  • 4

    • Qaama Kiristoosiin tokko taʼuu (1-16)

      • Namoota kennaa taʼan (8)

    • Namummaa moofaa fi haaraa (17-32)

  • 5

    • Dubbii fi gocha qulqulluu (1-5)

    • Akka ijoollee ifaatti deddeebiʼaa (6-14)

    • Hafuuraan guutamaa (15-20)

      • Yeroo keessan akka gaariitti itti fayyadamaa (16)

    • Gorsa abbootii manaa fi haadhotii manaatiif kenname (21-33)

  • 6

    • Gorsa ijoollee fi warraaf kenname (1-4)

    • Gorsa garbootaa fi gooftoliidhaaf kenname (5-9)

    • Meeshaa waraanaa guutuu isa Waaqayyo biraa argamu (10-20)

    • Nagaa xumuraa (21-24)

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi