LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • g 1/13 ful. 1-2
  • Ittiin Baafata

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Ittiin Baafata
  • Dammaqaa!—2013
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Ittiin Baafata
    Dammaqaa!—2014
  • Ittiin Baafata
    Dammaqaa!—2013
  • Ittiin Baafata
    Dammaqaa!—2013
  • Ittiin Baafata
    Dammaqaa!—2013
Dabalataan Ilaaluuf
Dammaqaa!—2013
g 1/13 ful. 1-2

Ittiin Baafata

Amajjii-Guraandhala 2013

© 2013 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania. Mirgi abbummaa seeraan eegamaadha.

MATADUREE FUULA JALQABAA: Biyya Lafaa Ofittoo Taʼe Keessatti Ijoollee Warra Kaaniif Yaadan Guddisuu 8-11

3 Adunyaa Mararraa

4 Maatiidhaaf

Mucaa Keessan Isa Dargaggeessa Taʼee Wajjin Haasaʼuu Kan Dandeessan Akkamitti?

6 Gaafannoo

Baayookeemistiin Tokko Amantiishee Ibsite

12 Biyyootaafi Ummata

Kaameruuniin Daawwachuu

14 Macaafni Qulqulluun Maal Jedha?

Jannata

16 Qaamni Kana Tolche Jiraa?

Simbirri Baarteeyildi Goodwiit Jedhamtu Kallattii Itti Balaliitu Akkamitti Beekti?

INTARNEETIIRRATTI

www.jw.org

DARGAGGOOTA

GAAFFII DARGAGGOOTAA . . .

Nama Addaggee Taʼerraa Of Eeguu Kanan Dandaʼu Akkamitti?

Koreettaan akkas jetteetti: “Mana barumsaa giddu galeessaatti, dargaggoonni dubbii addaggummaa kan dubbatan siʼa taʼu, fakkeenyaaf uffata harmakootii duubaan harkisaa, utuun takkaa isaanii wajjin saalqunnamtii raawwadhee hammam akkan gammadu natti himu” jetteetti. Haalli akkasii utuu si mudatee ati maal goota turte? Deebii akkamii kennuu akka qabdu yoo beekte, balaa kanarraa of eeguu dandeessa!

(Ingiliffaan argama. BIBLE TEACHINGS/TEENAGERS jalaa ilaali)

IJOOLLEE

GILGAALA FAKKII

Fakkicha garagalfattanii erga maxxanfattanii booda, ijoollee keessanii wajjin gilgaalasaa hojjedhaa. Ijoolleen keessan, waaʼee namoota Macaafa Qulqulluu keessatti ibsamaniifi waaʼee seerawwan amalaa caalaatti akka beekan gargaaraa.

(Ingiliffaan argama. BIBLE TEACHINGS/CHILDREN jalaa ilaali)

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi