LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • g 4/13 ful. 1-2
  • Ittiin Baafata

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Ittiin Baafata
  • Dammaqaa!—2013
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Ittiin Baafata
    Dammaqaa!—2014
  • Ittiin Baafata
    Dammaqaa!—2013
  • Ittiin Baafata
    Dammaqaa!—2013
  • Ittiin Baafata
    Dammaqaa!—2015
Dabalataan Ilaaluuf
Dammaqaa!—2013
g 4/13 ful. 1-2

Ittiin Baafata

Ebla-waxabajjii 2013

© 2013 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania. All rights reserved.

MATADUREE FUULA JALQABAA: Abbaa Gaarii Taʼuun Kan Dandaʼamu Akkamitti? 4-7

3 Addunyaa Mararraa

8 MAATIIDHAAF

Mucaa Keessan Umrii Waggoota Kurnanii Keessa Jiruuf Seera Baasuu

10 Macaafni Qulqulluun Maal Jedha?

Poornoogiraafii

12 Gaafannoo

Namni Diizaayinii Roobootii Baasu Sababa Itti Waaqayyotti Amane Ibse

14 Maatiidhaaf

Wal Qoccoluu Dhiisuu Kan Dandeessan Akkamitti?

16 Qaamni Kana Tolche Jiraa?

INTARNEETIIRRATTI

www.jw.org

DARGAGGOOTA

GAAFFII DARGAGGOOTAA

Hojii Harʼaa Boriif Bulchuu Dhiisuu Kanan Dandaʼu Akkamitti?

Hojii mana keessaafi hoji manee yeroodhaan xumuruun si rakkisaa? Wanta hojjetamu tokko boriif kaaʼuu dhiisuu barbaadda taʼa. Matadureen kun hojii hojjechuun kan si nuffisiisu yoo taʼe, kakaʼumsa ykn yeroo yoo dhabde gama kanaan si gargaaruu dandaʼa.

(Ingiliffaan argama. BIBLE TEACHINGS/TEENAGERS jalaa ilaali)

IJOOLLEE

Seenaa Macaafa Qulqulluu fakkeenyaan ibsame ilaali. Fuula gilgaala qabatee jirutti fayyadamuudhaan ijoolleenkee waaʼee namoota Macaafa Qulqulluu keessatti ibsamaniifi seera amalaa inni qabatee jiru ilaalchisee beekumsa qaban akka guddifatan gargaari.

(Ingiliffaan argama. BIBLE TEACHINGS/CHILDREN jalaa ilaali)

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi