Ittiin Lixa
Yeroo ammaatti, fiilmii fi sagantaawwan televizyinii irratti gochawwan humnoota addaatiin raawwataman kan akka vaampaayerootaa ilaaluun baramaa taʼeera.
Maal sitti fakkaata? Wantoonni kun bohaartii miidhaa hin qabne dhaa? Moo balaa hin mulʼanne qabu?
Barruun “Dammaqaa!” kun namoonni humnoota addaatti kan gammadan maaliif akka taʼee fi wanta humnoota kana duuba jiru dubbata.