LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb17 Ebla ful. 1
  • Ittiin Lixa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Ittiin Lixa
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • DAMMAQAA!
  • DHUGAA BARSIISAA
  • MOOTUMMAAN WAAQAYYOO MAALIDHA? (Deddeebii gaaffii)
  • ITTIIN LIXA MATAA KEE QOPHEEFFADHU
  • Ittiin Lixa
    Dammaqaa!—2017
  • Ittiin Lixa tajaajilaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
  • Akkaataa Dhiheenyaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
  • Ittiin Lixa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
mwb17 Ebla ful. 1
Obboleettiin duubatti jettee turte gumii keessatti miira hoʼaadhaan yommuu simatamtu

Obboleettiin tokko Galma Mootummaatti miira hoʼaadhaan yommuu simatamtu

Ittiin Lixa

DAMMAQAA!

Dammaqaa! Lakk. 2 2017 | Humnoota Addaa Duuba Maaltu Jira?

Gaaffii: Yeroo ammaatti, fiilmii fi sagantaawwan televizyinii irratti gochawwan humnoota addaatiin raawwataman ilaaluun baramaa taʼaa dhufeera. Ati hoo maal jetta? Wantoonni kun bashannanawwan miidhaa hin geessisne moo karaa hin beekamneen miidhaa kan geessisan sitti fakkaata?

Barreeffamicha Kennuuf: Barruun Dammaqaa! kun gochawwan humnoota addaatiin raawwataman qalbii namoota hedduu kan hawwatan maaliif akka taʼee fi wanti gochawwan humnoota addaatiin raawwataman kana duuba jiru maal akka taʼe ibsa.

DHUGAA BARSIISAA

Kitaaba Qulqulluu banamaa

Gaaffii: Mootummaan Waaqayyoo rakkina addunyaa kana irra jiruuf furmaata kan kennu akkamitti?

Caqasa: Mat 6:10

Dhugaa: Mootummaan Waaqayyoo akkuma samii irratti godhe lafa irrattis nagaa, tokkummaa fi tasgabbii fida.

MOOTUMMAAN WAAQAYYOO MAALIDHA? (Deddeebii gaaffii)

Mootummaan Waaqayyoo maalidha?

Gaaffii: [Gaaffii duuba tiraaktichaa irratti argamu irratti xiyyeeffadhu.] Bulchiinsa Mootummaa Waaqayyoo jalatti jireenyi maal fakkaata?

Caqasoota: Far 37:29; Isa 65:21-23

Barreeffamicha Kennuuf: [Birooshura Misiraachoo jedhamu itti argisiisi.] Barumsi 7⁠ffaan birooshura kana irra jiru, abdiin kun anaa fi siif faayidaa akkamii akka qabu ibsa. [Birooshurichatti fayyadamii Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu jalqabsiisi.]

ITTIIN LIXA MATAA KEE QOPHEEFFADHU

Ittiin lixa mataa kee qopheeffachuuf haala fakkeenyonni armaan olii ittiin qophaaʼan hordofi

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi