Ittiin Lixa
Yeroo balaan gaʼuuf qophaaʼuun barbaachisaa kan taʼe maaliifi?
Kitaabni Qulqulluun akkana jedha: “Namni hubataan wanta hamaa argee jalaa in dhokata, wallaalaan garuu itti in adeema, in adabamas.”—Fakkeenya 27:12.
Barruun kun balaan gaʼuu isaa dura, yeroo gaʼuu fi erga gaʼee booda maal gochuu akka qabnu ibsa.