LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • g21 Lakk. 3 ful. 16
  • Ragaa Jiru Qori

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Ragaa Jiru Qori
  • Dammaqaa!—2021
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Ijoolleen Keessan Uumaa Irratti Amantii Cimaa Akka Qabaatan Gargaaraa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
  • Jireenyi kan Jalqabe Akkamitti?
    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!—Kitaaba Qulqulluu Qoʼachuudhaan Fayyadami
  • Amantii Uumaa Irratti Qabdu Cimsadhu
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2021
  • Birooshura Misiraachoo Waaqayyo Biraa Dhufe! Jedhamutti Fayyadamuu Kan Dandeenyu Akkamitti?
    Tajaajila Mootummaa—2013
Dabalataan Ilaaluuf
Dammaqaa!—2021
g21 Lakk. 3 ful. 16
Dargaggeessi tokko laayibirarii keessa taaʼee birooshura “Jireenyi Uumamaan Argamee?” jedhamu taableetii isaa irraa dubbisaa jira.

Ragaa Jiru Qori

Maxxansi Dammaqaa! kun ragaawwan hawaan akka uumame argisiisan tokko tokko ibsa. Ragaa kana ofuma keetiin qoruudhaan, Uumaan jiraachuu isaa amanuuf wanti si kakaasu maal akka taʼe mirkaneeffadhu. Viidiyoowwanii fi mata dureewwan armaan gaditti tarreeffaman irraa odeeffannoo gaarii argachuu dandeessa. Mata duree isaanii jw.org/om irraa barbaadi:

Namoonni baratan hedduun Uumaatti kan amanan maaliifi?

Gaafannoowwan kutaa Waaʼee Madda Jireenyaa jedhu jalatti walitti aananii baʼan ilaali.

Barumsi jijjiirama tirannaa ragaa amansiisaa irratti kan hundaaʼe dhaa?

Kitaaba Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu! jedhamu Barumsa 6⁠ffaa dubbisi.

Uumaatti amanuun sirrii dhaa?

Viidiyoo Hiriyoonni Kee Maal Jedhu?—Waaqayyotti Amanuu jedhu ilaali.

Kitaaba Qulqulluutti amanuun sirrii dhaa?

Birooshura Madda Jireenyaa Ilaalchisee Gaaffiiwwan Deebii Argachuu Qaban Shan jedhamu dubbisi.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi