LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb17 Guraandhala ful. 8
  • Ijoolleen Keessan Uumaa Irratti Amantii Cimaa Akka Qabaatan Gargaaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Ijoolleen Keessan Uumaa Irratti Amantii Cimaa Akka Qabaatan Gargaaraa
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Ragaa Jiru Qori
    Dammaqaa!—2021
  • Maatiidhaaf Gargaarsa Dabalataa
    Dammaqaa!—2018
  • Gargaarsa Argachuu Dandeessu
    Dammaqaa!—2020
  • Jibba Halaalaa Moʼaniiru
    Dammaqaa!—2020
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
mwb17 Guraandhala ful. 8

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Ijoolleen Keessan Uumaa Irratti Amantii Cimaa Akka Qabaatan Gargaaraa

Uumamni ulfina Yihowaa hima. (Far 19:1-4; 139:14) Haa taʼu malee, addunyaan toʼannaa Diyaabiloos jala jiru garuu jireenyi akkamitti akka eegale ilaalchisee barumsawwan Waaqayyoof ulfina hin kennine babalʼisa. (Rom 1:18-25) Barumsawwan akkasii sammuu fi garaa ijoollee keessan keessatti hundee akka hin godhanne gochuu kan dandeessan akkamitti? Ijoollummaa isaaniitii kaasanii Yihowaan jiraachuu isaa akka amananii fi dhuunfaatti akka isaaniif yaadu akka hubatan gargaaraa. (2Qo 10:4, 5; Efe 6:16) Wantoota mana barumsaatti barataniif ilaalcha akkamii akka qaban isaan gaafadhaa; garaa isaanii tuquuf barreeffamoota jiran hundatti fayyadamaa.—Fak 20:5; Yaq 1:19.

Abbaan tokko waaʼee uumamaa ijoollee isaa yommuu barsiisu; kutaa keessatti barumsi jijjiirama tirannaa yommuu barsiifamu; Hiriyoonni Kee Maal Jedhu?—Waaqayyotti Amanuu

VIIDIYOO HIRIYOONNI KEE MAAL JEDHU?—WAAQAYYOTTI AMANUU JEDHU ILAALAA, ACHIIS GAAFFIIWWAN DHIHAATAN IRRATTI MARIʼADHAA:

  • Waaqayyoon ilaalchisee sobni balʼinaan dubbatamu maali dha?

  • Mana barumsaa keessanitti maaltu barsiifama?

  • Yihowaan akka jiru maaltu si amansiise?

  • Namni tokko Waaqayyoo wanta hunda akka uume akka hubatu gochuuf maaltu si gargaara?

WANTOOTA DABALATAA:

• Mata duree jw.org/om irratti walitti aanee baʼu “Barumsa Kitaaba Qulqulluu Koo” (Umurii waggaa 3 fi isaa gadiif)

• Viidiyoo Michuu Yihowaa Taʼi—“Wantoota Hundumaa kan Uume Yihowaadha”

• Mata duree Dammaqaa! irratti walitti aanee baru “Qaamni Kana Tolche Jiraa?”

• Gilgaala jw.org/om irra jiru “Waaqayyootti Amanuu Kanan Qabu Maaliifi?”

• Mata duree jw.org/om irratti walitti aanee baʼu “Uumama ykn Jijjiirama Tirannaa?” (kutaa afur)

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi