LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • g20 Lakk. 3 ful. 16
  • Jibba Halaalaa Moʼaniiru

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Jibba Halaalaa Moʼaniiru
  • Dammaqaa!—2020
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Jaalala Argisiisaa
    Dammaqaa!—2020
  • Gargaarsa Argachuu Dandeessu
    Dammaqaa!—2020
  • “Tooftaa Barsiisuu Haaraa Dha!”
    Dammaqaa!—2016
  • Maatiidhaaf Gargaarsa Dabalataa
    Dammaqaa!—2018
Dabalataan Ilaaluuf
Dammaqaa!—2020
g20 Lakk. 3 ful. 16

Jibba Halaalaa Moʼaniiru

Waaʼee muuxannoowwan kanaa fi kan biroo jw.org irraa ilaali.

Obboloota dhugaa

Joonii fi Giidewon Galma Walgaʼii Dhugaa Baatota Yihowaa alatti ijoollee nagaa gaafachaa jiru.

Joonii fi Giidewon sanyii fi ilaalchi siyaasaa isaan qaban garaagara kan ture taʼus, michoota taʼaniiru.

Vidiyoo Joonii fi Giidewon, Yeroo Tokko Diina Turan, Amma Garuu Obbolaa Waliif Taʼaniiru, jedhu ilaali. Viidiyicha jw.org irraa barbaadi.

“Jalʼina haqaa hambisuun barbaade”

Raafikaa Mooris.

Raafiikaan jalʼina haqaa sanyii wajjin haala wal qabateen raawwatamu hambisuuf garee tokkotti makamte. Taʼus, walgaʼii naannoo Dhugaa Baatota Yihowaa irratti yommuu argamtu, tokkummaa barbaadaa turte argatte.

Viidiyoo Raafikaa Mooris, Jalʼina Haqaa Mormuu nan Barbaadan Ture jedhu ilaali. Mata duree viidiyichaa jw.org irraa barbaadi.

Jibba injifataniiru

Fakkii: 1. Namni Arabaa fi namni kan biraan tokko waliin haasaʼaa deemu. 2. Namni Yihudii tokko michoota isaa wajjin seeqaa jira.

Namni Arabaa fi namni Yihudii tokko jibba halaalaa akka moʼan maaltu gargaare?

Viidiyoo Jaalalli Amanamaan Jibba Irratti Injifannoo kan Argatu Yoomi? jedhu ilaali. Viidiyichaa jw.org irraa barbaadi.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi