LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • sn far. 23
  • Yihowaan Jabina Keenya

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Yihowaan Jabina Keenya
  • Yihowaa Faarfadhaa
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Yihowaan Jabina Keenya
    Yihowaa Faarfadhaa
  • Maaloo Kadhannaa Koo Naa Dhagaʼi
    Yihowaa ‘Gammachuudhaan Faarfadhaa’
  • Fayyina Argachuuf Waaqayyoon Barbaaddadhaa
    Yihowaa ‘Gammachuudhaan Faarfadhaa’
  • Akka Maqaa Keenyaatti Jiraachuu
    Yihowaa ‘Gammachuudhaan Faarfadhaa’
Dabalataan Ilaaluuf
Yihowaa Faarfadhaa
sn far. 23

Faarfannaa 23

Yihowaan Jabina Keenya

(Isaayaas 12:⁠2)

1. Waaqni keenya, jabaafi gaachanaa,

Fayyisaa keenya sitti gammannaa.

Nuti sabnikee dhugaa lallabnaa,

Namootaaf looguurraa ni fagaannaa.

(WALLEE)

Yihowaa keenyaa, kattaa ‘sa guddaa,

Maqaakee himnaa yeeroo hundaa.

Ati waan hundumaa ni dandeessaa

Uumaa keenya situ nuuf gaaddisa.

2. Barumsakeetti hedduu gammannaa;

Dhugaa keetiin jiraachuu barbaannaa.

Dubbi keetiin abboommiikee barree;

Mootummaakee jalatti hiriirree.

(WALLEE)

Yihowaa keenyaa, kattaa ‘sa guddaa,

Maqaakee himnaa yeeroo hundaa.

Ati waan hundumaa ni dandeessaa

Uumaa keenya situ nuuf gaaddisa.

3. Gammachuudhaan fedhakee raawwannaa.

Humnakeetiin Seexana ni moonaa.

Yoo nu ajjeesellee yeroo xinnoof

Ni dhaabanna ol’aantummaa keetiif.

(WALLEE)

Yihowaa keenyaa, kattaa ‘sa guddaa,

Maqaakee himnaa yeeroo hundaa.

Ati waan hundumaa ni dandeessaa

Uumaa keenya situ nuuf gaaddisa.

(Dabalataan 2 Sam. 22:3; Far. 18:2; Isa. 43:12 ilaali.)

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi