LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • ll kutaa 9 ful. 20-21
  • Lafti Jannata Kan Taatu Yoomi?

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Lafti Jannata Kan Taatu Yoomi?
  • Waaqayyoon Dhaggeeffadhu Barabaraafis Jiraadhu
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Yeroo Itti Lafti Jannata Taatu Dhihaateera!
    Michuu Waaqayyoo Taʼuu Dandeessa!
  • Kutaa 9
    Waaqayyoon Dhaggeeffadhu!
  • Kan Jiraannu “Guyyoota Gara Dhumaa” Keessadhaa?
    Macaafni Qulqulluun Maal Barsiisa?
  • Dhumni Addunyaa Dhihaateeraa?
    Kitaabni Qulqulluun Maal Nu Barsiisa?
Dabalataan Ilaaluuf
Waaqayyoon Dhaggeeffadhu Barabaraafis Jiraadhu
ll kutaa 9 ful. 20-21

KUTAA 9

Lafti Jannata Kan Taatu Yoomi?

Rakkinni lafarraa, Mootummaan Waaqayyoo dhihootti tarkaanfii akka fudhatu argisiisa. Luqaas 21:10, 11; 2 Ximotewos 3:1-5

Dubartoota awwaala duwwaa Yesus itti awwaalamee ture ilaalaa jiran

Raajiiwwan Macaafa Qulqulluu keessatti ibsaman hedduun yeroo ammaatti raawwatamaa jiru. Namoonni horii kan jaallatan, warrasaaniitiif kan hin abboomamne, warra namatti hin madaqneefi warra waan isaan gammachiisu jaallatan taʼu.

Sochoʼi lafaa gurguddaan, waraanni, beelliifi dhaʼichi ni taʼa. Wantoonni kun yeroo ammaatti raawwatamaa jiru.

Yesus ergamoota isaatti mul’ateera; achiis yeroo booda gara samiitti deebi’eera

Yesus, misraachoon Mootummichaa guutummaa biyya lafaarratti akka lallabamus dubbateera.—Maatewos 24:14.

Mootummichi, hammeenya hunda ni balleessa. 2 Phexros 3:13

Yesus teessoo Mootummaa isaa irra taa’ee namoota lafa jannata taatu keessa jiraatan bulcha

Yihowaan yeroo dhihootti namoota hamoo taʼan hunda ni balleessa.

Seexanniifi hafuuronni hamoon ni adabamu.

Yesus teessoo isaa samiirra jirurra taa’ee, akkasumas namoonni sanyii garaa garaa qaban yommuu gammadan

Namoonni Waaqayyoon dhaggeeffatan, badiisarraa oolanii addunyaa haaraa qajeelummaan keessa buufate keessa jiraatu; addunyaa sana keessa sodaan hin jiraatu; kanaa mannaa namoota wal amananiifi wal jaallataniin kan guutame taʼa.

  • Wantoonni Yesus bara keenyatti akka raawwataman dubbate maalfaʼi?—Maatewos 24:3-14.

  • Namoonni hamoon ni balleeffamu.​—2 Phexros 3:7.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi