LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • ll kutaa 12 ful. 26-27
  • Maatii Gammachuu Qabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Maatii Gammachuu Qabu
  • Waaqayyoon Dhaggeeffadhu Barabaraafis Jiraadhu
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Maatiin Kee Gammachuu Qabachuu ni Dandaʼa
    Kitaabni Qulqulluun Maal Nu Barsiisa?
  • Jireenya Maatii Waaqayyoon Gammachiisu
    Waaqayyo Nurraa Maal Barbaadaa?
  • Wantoota Gaa’elli Akka Itti Fufu Godhan Lamaan
    Maatiin Gammachuu Argachuu Kan Danda’u Akkamitti?
  • Kutaa 12
    Waaqayyoon Dhaggeeffadhu!
Dabalataan Ilaaluuf
Waaqayyoon Dhaggeeffadhu Barabaraafis Jiraadhu
ll kutaa 12 ful. 26-27

KUTAA 12

Maatii Gammachuu Qabu

Jaalalli maatiin gammachuu akka qabaatu godha. Efesoon 5:33

Addaamii fi Hewwaan dhaaba Eedan keessatti

Waaqayyo gaaʼelli dhiira tokkoofi dubartii tokko qofa gidduutti akka raawwatamu seera kenneera.

Abbaa manaa haati manaa isaa dhukkubsattee kunuunsaa jiru; haadha manaa abbaa manaa ishiitiif nyaata qopheessaa jirtu

Abbaan manaa jaalala qabeessa taʼe, gaarummaafi hubannaadhaan haadha manaasaa wajjin jiraata.

Haati manaas abbaa manaashee deggeruu qabdi.

Abbaa ilmi isaa walgaʼii irratti akka dhageeffatu isa jajjabeessaa jiru

Ijoolleen warrasaaniitiif abboomamuu qabu.

Garraamiifi amanamaa taʼi malee, hamaafi gantuu hin taʼin. Qolosaayis 3:5, 8-10

Warra intala isaanii waaʼee Kitaaba Qulqulluu barsiisaa jiran

Dubbiin Waaqayyoo, abbaan manaa akka dhagna ofiisaatti haadha manaasaa jaallachuu akka qabu, haati manaas abbaa manaasheetiif ulfina guddaa kennuu akka qabdu dubbata.

Haati manaa takka abbaan manaa ishii dubartii biraa ija hawwiitiin yeroo ilaalu baayʼee gaddite

Saalqunnamtiin gaaʼelaan alatti raawwatamu dogoggoradha. Hiriyaa gaaʼelaa tokkoo ol qabaachuunis dogoggora.

Maatii aduu lixaa jirtu ilaalaa jiran

Dubbiin Yihowaa, maatiiwwan akkamitti gammachuu argachuu akka dandaʼan barsiisa.

  • Amala qulqulluu qabaachuudhaan jiraadhu.—1 Qorontos 6:18.

  • Ijoolleekee jaalladhu, barsiisi; akkasumas eegumsa isaaniif godhi.—Keessa Deebii 6:4-9.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi