Barumsa Kitaaba Qulqulluu Irraa Barachuu Dandeessu
LAKKOOFSA BARUMSAA
Aariin balaa geessisa 4, 12, 41, 45, 49, 65, 89
Akkuma Yihowaan dhiifama isiniif godhe, warra kaaniif dhiifama godhaa 13, 15, 31, 43, 92
Akkuma Yihowaa waadaa galtan eegaa 8, 9, 11, 23, 24, 31, 34, 35, 36, 66, 93
Duʼaa kaʼuun ni taʼa 48, 86, 91, 93
Fedhiin Waaqayyoo inni samii irratti taʼe lafa irrattis ni taʼa 25, 55, 60, 62, 63, 71, 96, 102
Hamoonni kana booda hin jiraatan 5, 10, 32, 46, 102
Hinaaffaan michummaa balleessa 4, 14, 41
Ija jabaadhaa—Yihowaan yeroo hunda isin gargaara 40, 47, 51, 53, 57, 61, 64, 65, 76, 88, 101
Jiraachuu yoo barbaaddan Waaqayyoon dhaggeeffadhaa, akkasumas ajajamaa 3, 5, 10, 37, 39, 54, 59, 65, 72
Matumaa wanta gadhee hin raawwatinaa 14, 27, 49, 53, 58, 88, 89
Michoonni Yihowaa jaallatan, michoota hunda irra caalani dha 16, 33, 42, 80, 87, 100, 103
Misiraachoo Mootummichaa lallabuu qabna 73, 76, 94, 95, 96, 97, 98
Mootummaan Waaqayyoo namoota hundaaf gammachuu argamsiisa 1, 48, 62, 79, 81, 83, 85, 86
Namoonni hundi Yihowaa duratti gatii guddaa qabu 8, 9, 11, 21, 23, 68, 70, 74, 87, 90
Obboleessa kee hin jaallattu taanaan, Waaqayyoon jaallachuu hin dandeessu 4, 13, 15, 41
Ofittummaan ofis taʼe warra kaan ni miidha 3, 4, 12, 27, 28, 39, 49, 88
Waaqayyo ogeeyyii akka taanuuf Kitaaba Qulqulluu nuuf kenneera 56, 66, 72, 75, 81
Waaqayyoon waaqeffachaa qabeenyaaf bitamuu hin dandeessan 10, 17, 44, 59, 75, 76
Waaqeffannaan sobaa Diyaabilos irraa kan maddu dha 19, 20, 22, 38, 46, 49, 52, 58
Wanta Yihowaa irraa argattaniif dinqisiifannaa qabaadhaa 12, 13, 24, 35, 36, 56, 75, 95, 100
Warri fincila kaasan diinota Waaqayyoo taʼu 7, 17, 26, 27, 28, 88
Yaa Ijoolle—garaa keessan Yihowaadhaaf kennaa 37, 51, 59, 61, 72, 100
Yeroo hunda Yihowaa galateeffadhaa 2, 6, 67, 103
Yeroo rakkinni isin irra gaʼu abdii hin kutatinaa 16, 47, 51, 57, 64, 75, 90, 95, 99, 101
Yesuus isa Mootii Mootummaa Waaqayyoo taʼeef ajajamaa 74, 78, 79, 83, 84, 85, 91, 92, 99
Yihowaan akka irra jiraannuuf lafa nuuf uume 1, 2, 102, 103
Yihowaan garaa keenyaa yommuu kadhannu nu dhagaʼa 35, 38, 50, 64, 82
Yihowaan matumaa hin sobu 3, 10, 16, 63, 68, 70, 102, 103
Yihowaan namoota gad of qaban ni eega 43, 45, 65, 67, 69
Yihowaan namoota isa jaallataniif eegumsa godha 6, 22, 40, 50, 52, 55, 64, 71, 84
Yihowaan namoota saboota hunda keessatti argaman ni jaallata 30, 33, 48, 54, 77, 94, 97, 98, 99
Yihowaan saba isaatiif qajeelfama kenna 18, 25, 26, 27, 29, 34, 39, 44, 73, 80
Yihowaan Waaqa hundumaa dandaʼu dha 1, 7, 18, 19, 20, 21, 22, 26, 55, 60
Yihowaan wanta isaaf raawwanne yoom iyyuu hin irraanfatu 16, 29, 32, 48, 65, 69, 77, 100
Yihowaa wajjin michooma uumaa 11, 30, 33, 51, 56, 59, 69, 81, 82