LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • lfb ful. 58-59
  • Seensa Kutaa 5

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Seensa Kutaa 5
  • Barumsa Kitaaba Qulqulluu Irraa Barachuu Dandeessu
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Seensa Kutaa 11
    Barumsa Kitaaba Qulqulluu Irraa Barachuu Dandeessu
  • Seensa Kutaa 4
    Barumsa Kitaaba Qulqulluu Irraa Barachuu Dandeessu
  • Waadaa Yihowaadhaaf Galan
    Barumsa Kitaaba Qulqulluu Irraa Barachuu Dandeessu
  • Godoo Qulqullaaʼaa Waaqeffannaadhaaf Oolu
    Barumsa Kitaaba Qulqulluu Irraa Barachuu Dandeessu
Dabalataan Ilaaluuf
Barumsa Kitaaba Qulqulluu Irraa Barachuu Dandeessu
lfb ful. 58-59
Israaʼelonni yommuu mannaa funaannatan

Seensa Kutaa 5

Israaʼelonni Galaana Diimaa keessa erga darban jiʼa lama booda Gaara Siinaa gaʼan. Bakka kanatti Yihowaan, Israaʼelonni saba addaa akka isaaf taʼan isaanii wajjin kakuu gale. Eegumsa isaaniif godheera; akkasumas wanta isaan barbaachisu isaaniif guuteera, jechuunis mannaa akka nyaatan, uffanni isaanii akka hin dhumnee fi bakka balaan isaan irra hin geenye akka jiraatan godheera. Warra yoo taatan, mucaan keessan Yihowaan Israaʼelotaaf Seera, godoo qulqullaaʼaa fi sirna lubummaa kan isaaniif kenne maaliif akka taʼe akka hubatu gargaaraa. Waadaa galle eeguun, kan gad of qabnee fi Yihowaadhaaf ajajamoo taʼuun yeroo hundumaa barbaachisaa taʼuu isaa isaan yaadachiisaa.

BARUMSAWWAN IJOO

  • Yihowaadhaaf waadaa yoo galtan waadaa keessan raawwadhaa

  • Of tuuluun, ofittummaa fi hammeenyi badiisa namatti fida

  • Yihowaan Israaʼelotaaf obseera, akkasumas yeroo isaan amanamoo utuu hin taʼin hafanitti illee isaan kunuunseera

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi