LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • sjj far. 74
  • Faarfannaa Mootummichaa Faarfadhaa!

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Faarfannaa Mootummichaa Faarfadhaa!
  • Yihowaa ‘Gammachuudhaan Faarfadhaa’
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Yihowaadhaaf Ufina Kennaa
    Yihowaa ‘Gammachuudhaan Faarfadhaa’
  • Garaa Keessan Guutuudhaan Yihowaa Jaalladhaa
    Sagantaa Walgaʼii Aanaa 2019-2020—Kan Bakka Buʼaan Waajjira Damee Irratti Argamu
  • Addunyaa Haaraa Keessatti Of Ilaali
    Yihowaa ‘Gammachuudhaan Faarfadhaa’
  • Gara Boqonnaa Waaqayyootti Galaa!
    Sagantaa Walgaʼii Aanaa 2023-2024—Kan Bakka Buʼaan Waajjira Damee Irratti Argamu
Dabalataan Ilaaluuf
Yihowaa ‘Gammachuudhaan Faarfadhaa’
sjj far. 74

FAARFANNAA 74

Faarfannaa Mootummichaa Faarfadhaa!

Isa Bifa Maxxansaan Jiru

(Faarfannaa 98:1)

  1. 1. Kun faarfannaa gammachuuf moʼichaa ti;

    Waaqa guddaa ulfinaan ol kaasa.

    Abdii kenna, amanamummaa cimsa.

    Haa faarfannu, kana dha ergaansaa:

    (BUUSAA)

    ‘Kottaa Waaqaaf ni saganna.

    Yesuus Mootii taʼuu himna!

    Kottaa baraa faarfannaa Mootummichaa;

    Waaqaaf sagadaa, maqaasaa jajaa.’

  2. 2. Faarsaa kanaan beeksisna Mootummicha.

    Yesuus Mootiin, lafa kana bulcha.

    Sabni haaraan raajiidhaan dubbataman,

    Yesuus wajjin dhaalu Mootummicha:

    (BUUSAA)

    ‘Kottaa Waaqaaf ni saganna.

    Yesuus Mootii taʼuu himna!

    Kottaa baraa faarfannaa Mootummichaa;

    Waaqaaf sagadaa, maqaasaa jajaa.’

  3. 3. Gad of qaboon faarfannicha ni baru.

    Jechoonnisaa namatti ni tolu.

    Namni hedduun barachuu dandaʼeera,

    Isaanis ni dhiheessu affeerraa:

    (BUUSAA)

    ‘Kottaa Waaqaaf ni saganna.

    Yesuus Mootii taʼuu himna!

    Kottaa baraa faarfannaa Mootummichaa;

    Waaqaaf sagadaa, maqaasaa jajaa.’

(Dabalataan, Far. 95:6; 1 Phe. 2:9, 10; Mul. 12:10 ilaali.)

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi