LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • sjj far. 100
  • Keessummummaa Isaan Simadhaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Keessummummaa Isaan Simadhaa
  • Yihowaa ‘Gammachuudhaan Faarfadhaa’
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Gammachuudhaan Keessummaa Simachuu Amaleeffachuun Baayʼee Barbaachisaa Dha!
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2018
  • Keessummaa Simachuudhaan “Waan Gaarii” Warra Kaaniif Hiraa (Mat. 12:35a)
    Tajaajila Mootummaa—2014
  • Akaakuu Namootaa Hundumaaf Lallabuu
    Yihowaa ‘Gammachuudhaan Faarfadhaa’
  • Nama Fakkeenya Taʼu​—Liidiyaa
    Gaaffilee Dargaggootaa fi Deebii Isaaniif Kenname, Jildii 2ffaa
Dabalataan Ilaaluuf
Yihowaa ‘Gammachuudhaan Faarfadhaa’
sjj far. 100

FAARFANNAA 100

Keessummummaa Isaan Simadhaa

Isa Bifa Maxxansaan Jiru

(Hojii Ergamootaa 17:7)

  1. 1. Yihowaan garaadhaa nama simata.

    Innʼ wal hin caalchisu hunda jaallata.

    Roobaaf aduu kenna,

    hundaaf godha kana;

    Nyaata nuu kenna, ni gammanna.

    Waan gaarii yoo goone kan rakkataniif,

    Ilmaan jaallatamoo taana Waaqayyoof.

    Gaarummaa mulʼisnuuf

    Yihowaan nu kiisa,

    Gaarummaa madduuf garaa keessaa.

  2. 2. Namoota rakkatan yeroo gargaarru,

    Faayidaa argamu duraʼn agarru.

    Orma taʼanillee,

    ni keessummeessina;

    Waan ʼsaan barbaachisu ni goona.

    ‘Nooraa’ jennaan akka Liidiyaa durii.

    Nu biraa argatu boqonnaa gaarii.

    Abbaan keenya beeka

    warra ʼsa fakkaatan,

    Warra akka ʼsaa garaa laafan.

(Dabalataan, HoE. 16:14, 15; Rom. 12:13; 1 Xim. 3:2; Ibr. 13:2; 1 Phe. 4:9 ilaali.)

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi