Utuu Abdii Hin Kutatin Wanta Gaarii Hojjechuu Keessan Itti Fufaa!
GANAMA
3:30 Muuziqaa
3:40 Faarfannaa Lakk. 77 fi Kadhannaa
3:50 Wanta Gaarii Hojjechuun Ulfaataa kan Taʼe Maaliifi?
4:05 Simpooziyemii: Fooniif Jettanii Facaasuu Irraa Fagaadhaa
Weebsaayitii Hawaasaatti Ogummaadhaan Fayyadamaa
Bohaartii Gaarii Filadhaa
Hinaaffaan Akka Isin Toʼatu hin Heyyaminaa
Qabeenya Abdii Amansiisaa Isiniif Argamsiisu Walitti Qabadhaa
5:05 Faarfannaa Lakk. 45 fi Kadhannaa
5:15 Namoota Hundaaf Gaarii Gochuu Keessan Itti Fufaa
5:30 Haasaa Cuuphaa
6:00 Faarfannaa Lakk. 63
WAAREE BOODA
7:10 Muuziqaa
7:20 Faarfannaa Lakk. 127 fi Kadhannaa
7:30 Haasaa Sabaa Kitaaba Qulqulluu Irratti Hundaaʼe: Waaqayyotti Gaʼisuu Irraa Fagaadhaa—Akkamitti?
8:00 Yaada Ijoo Masaraa Eegumsaa
8:30 Faarfannaa Lakk. 59 fi Kadhannaa
8:40 Simpooziyemii: Hafuuraaf Jettanii Facaasuu Keessan Itti Fufaa
Barsiifata Qoʼannaa Gaarii Qabaadhaa
Seerri Buʼuuraa Kitaaba Qulqulluu Jireenya Keessan Akka Geggeessu Godhaa
‘Harki Keessan Facaasuu Irraa hin Boqotin!’
9:40 Yoo Abdii Kutachuu Baanne Maal Haammanna?
10:15 Faarfannaa Lakk. 126 fi Kadhannaa