‘Amantii Qabaadhaa’!
GANAMA
3:30 Muuziqaa
3:40 Faarfannaa Lakk. 118 fi Kadhannaa
3:50 ‘Amantii Qabaachuu’ kan Dandeenyu Akkamitti? Qabaachuu kan Qabnu hoo Maaliifi?
4:05 Simpooziyemii: Fakkeenya Namoota Amantii Qabanii Hordofaa
• Yisihaaqii fi Ribqaa
• Asteer
• Ximotewos
5:05 Faarfannaa Lakk. 60 fi Beeksisa
5:15 “Ni Amanna, Kanaafuu ni Dubbanna”
5:30 Haasaa Cuuphaa
6:00 Faarfannaa Lakk. 52
WAAREE BOODA
7:10 Muuziqaa
7:20 Faarfannaa Lakk. 9 fi Kadhannaa
7:30 Haasaa Sabaa Kitaaba Qulqulluu Irratti Hundaaʼe: Waaqa “Sobuu hin Dandeenye” Irratti Amantii Qabaadhaa
8:00 Qoʼannaa Masaraa Eegumsaa
8:30 Faarfannaa Lakk. 54 fi Beeksisa
8:40 Simpooziyemii: Guyyaa Hundumaa ‘Amantiidhaan Deddeebiʼaa’
• “Matumaa hin Yaaddaʼinaa”
• “Yeroo Keessan Akka Gaariitti Itti Fayyadamaa”
• Yeroo Hundumaa ‘Kutaa Addunyaa hin Taʼinaa’
9:40 “Yihowaan Warra kan Isaa Taʼan Beeka”
10:15 Faarfannaa Lakk. 7 fi Kadhannaa