Sagantaa Walgaʼii Aanaa
2016-2017
Mata duree: Amantii Yihowaa Irratti Qabdan Guddifadhaa!—Ibr. 11:6.
Sagantaa Ganamaa
3:30 Muuziqaa
3:40 Faarfannaa Lakk. 12 fi Kadhannaa
3:50 Haala Akkamii Keessatti Iyyuu “Waaqayyo Irratti Amantii Qabaadhaa”
4:05 Simpooziyemii: Malawwan Dubbii Amantii Waaqayyo Irratti Qabnu Nuuf Cimsan
Gaachana
Abbaa
Kattaa
Tiksee
5:05 Faarfannaa Lakk. 22 fi Beeksisa
5:15 “Amantii Koo Caalaatti Anaaf Cimsi!”
5:30 Of Murteessuu fi Cuuphaa
6:00 Faarfannaa Lakk. 7
Sagantaa Waaree Boodaa
7:10 Muuziqaa
7:20 Faarfannaa Lakk. 54 fi Kadhannaa
7:30 Haasaa Sabaa Kitaaba Qulqulluu Irratti Hundaaʼe: Amantii Dhugaan Maali Dha? Kan Argisiifamu hoo Akkamitti?
8:00 Yaadawwan Ijoo Masaraa Eegumsaa
8:30 Faarfannaa Lakk. 30 fi Beeksisa
8:40 Simpooziyemii: ‘Cubbuu Isa Salphaatti Nu Takaalu of Irraa Gataa’
Yihowaan Hammeenya ni Balleessa
Yihowaan Wanta Jireenyaaf Isin Barbaachisu Isiniif Guuta
Yihowaan Warra Duʼan Duʼaa ni Kaasa
9:40 Eebba Amantii Dhugaan Argamsiisu Argadhaa
10:15 Faarfannaa Lakk. 43 fi Kadhannaa