Maatii Yihowaa Tokkummaa Qabu
Ganama
3:30 Muuziqaa
3:40 Faarfannaa Lakk. 85 fi Kadhannaa
3:50 Iddoo Maatii Yihowaa Keessatti Qabdaniif Bakka Guddaa Kennaa
4:05 Simpooziyemii: Miira Hoʼaadhaan Warra Kaan Simataniiru
• Eliihuu
• Liidiyaa
• Yesuus
5:05 Faarfannaa Lakk. 100 fi Beeksisa
5:15 Namoonni Kaan Kutaa Maatii Yihowaa Akka Taʼan Gargaaruu Keessan Itti Fufaa
5:30 Haasaa Cuuphaa
6:00 Faarfannaa Lakk. 135
Waaree Booda
7:10 Muuziqaa
7:20 Faarfannaa Lakk. 132 fi Kadhannaa
7:30 Haasaa Sabaa Kitaaba Qulqulluu Irratti Hundaaʼe: Manni Keessan Iddoo Boqonnaa fi Nagaa Itti Argatani Dhaa?
8:00 Qoʼannaa Masaraa Eegumsaa
8:30 Faarfannaa Lakk. 136 fi Beeksisa
8:40 Simpooziyemii: Nagaadhaaf Gumaacha Gochuu kan Dandeessan Akkamitti?
• “Dubbii Gaarii Ijaaruuf Gargaaru” Dubbachuudhaan
• ‘Jaalalaan Deddeebiʼuudhaan’
• Diinota Keenya Mormuudhaan
9:40 Waaʼee Maatii Hafuuraa Keessaniif ‘Galata Dhiheessuu Matumaa hin Dhiisinaa’
10:15 Faarfannaa Lakk. 107 fi Kadhanna