LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • th qayyabannaa 17 ful. 20
  • Salphaatti kan Namaa Galu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Salphaatti kan Namaa Galu
  • Dubbisuu Fi Barsiisuuf Carraaqqii Godhi
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Salphaatti Kan Namaa Galu
    Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasiirraa Fayyadami
  • Barumsa Dabalataa kan Kennu
    Dubbisuu Fi Barsiisuuf Carraaqqii Godhi
  • Miira Hoʼaa Qabaachuu
    Dubbisuu Fi Barsiisuuf Carraaqqii Godhi
  • Bifa Mariitiin Dhiheessuu
    Dubbisuu Fi Barsiisuuf Carraaqqii Godhi
Dabalataan Ilaaluuf
Dubbisuu Fi Barsiisuuf Carraaqqii Godhi
th qayyabannaa 17 ful. 20

QOʼANNAA 17

Salphaatti kan Namaa Galu

Caqasa kenname

1 Qorontos 14:9

YAADA IJOO: Dhaggeeffattoonni kee hiika ergaan kee qabu akka hubatan isaan gargaari.

KANA GOCHUUN KAN DANDAʼAMU AKKAMITTI?

  • Barumsicha gad fageenyaan qoʼadhu. Salphaattii fi jecha mataa keetiin ibsuu akka dandeessuuf barumsicha sirriitti hubadhu.

  • Himoota gaggabaaboo fi gaaleewwan salphaa taʼanitti fayyadami. Himoonni dhedheeroon fudhatama kan qaban taʼus, qabxiiwwan ijoo taʼan ibsuuf, gaaleewwanii fi himoota gaggabaabootti fayyadami.

    Gorsa gaarii

    Ibsa balʼaa barbaachisaa hin taanee fi dhaggeeffattoota kee burjaajessu, akkasumas hubannaa isaaniitii ol taʼe hin kennin. Ibsa wal xaxaa taʼe irra ibsa salphaa taʼe filadhu.

  • Jechoota baramoo hin taane ibsi. Kan dandaʼamu taanaan jechoota dhaggeeffattoonni kee hin beeknetti hin fayyadamin. Jecha hin beekamne tokko, nama Kitaaba Qulqulluu keessatti caqasame tokko ykn meeshaa safaraa ykn aadaa bara durii caqasuun yoo si barbaachise ibsa irratti kenni.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi